Feyo Brokerage2

Feyo Brokerage2 Home Brokerage

Haccee Marartuu Koo♥️====================Qabsa'aan urjii qabsootiSabaaf yeroo hundumaaKanaf isin hin dagannuuHamma jirru...
02/07/2024

Haccee Marartuu Koo♥️
====================
Qabsa'aan urjii qabsooti
Sabaaf yeroo hundumaa
Kanaf isin hin dagannuu
Hamma jirru gonkumaa!

Diinonni gaafa at-jirtuu
Fironni yeroo ati duutee
Ka mimmaan soba bo'u
Baay'atee lafa guutee!.

Jiraachuu kankee jibbee
Warri kalee ofii si nyaate
Numa woliin si leellisaa
Uffata suuraakee baatee.

Waggatti guyyaa tokko
Gadda sobaa mul'isus
Fuulli namaa kitaabaa
Isa obsaan dubbisuuf!

Garatti suummi baatee
Ilkaan nutti addeessaa
Alagaa gubban namaa
Keessi isaa bineensaa.

Hundaa wollaalle mitii
Kolfa woliin jiraachuun
Nuti kaayyoof jenneetii
Ba'a ulfaata baachuun.

Qoreef qormaata obsee
Boraafate dhagaf muka
Dhugaa dhokatte baasuf
Booratan booruu dhugaa.

Galgala gaarii qabaadha.🤗

*FSR በባጃጅ እና በናሽናል ለጠየቃችሁ ደንበኞች *መኪኖቹን አዲስ አበባ ስላስመጣኋቸው ከነገ ጀምሮ በየቁሙበት መመልከት ትችላላችሁ *የተመረቱበት ዘመን ከ2014 ጀምሮ 2020 ድረስ ነው*ዋ...
24/09/2022

*FSR በባጃጅ እና በናሽናል ለጠየቃችሁ ደንበኞች
*መኪኖቹን አዲስ አበባ ስላስመጣኋቸው ከነገ ጀምሮ በየቁሙበት መመልከት ትችላላችሁ
*የተመረቱበት ዘመን ከ2014 ጀምሮ 2020 ድረስ ነው
*ዋጋ ዝርዝር☞ መኪኖቹ ዋጋ ብዙም ድርድር ዬላቸውም
*A40*** 2014 ባጃጅ 3,500,000
*A49***2016 ባጃጅ 4,300,000
*A64***2018 ናሽናል 4,550,000
*A67*** 2017 ኦባማው ገቢና 3,500,000
*B06*** 2020 ናሽናል 5,400,000
*B15*** 2020 ናሽናል 5,700,000
*ገዢ እንደየ አቅሙ የመረጠውን መኪና የመግዛት መብት አለው ለመግዛት ከወሰኑ ቢቻ ደውለው መረጃ ይውሰዱ
📞+251911719336
+251972824233
https://t.me/feyojemalPLCc

ADAAMAAMana Gurgurtaa qulqullina olaanan   ijaarame.Iddoon. Gandaa Oddaa ♧ Baldhiinna kaaree 140m2 ♧ Kuta Ciissa 4  ♧ Ki...
15/09/2022

ADAAMAA
Mana Gurgurtaa qulqullina olaanan ijaarame.
Iddoon. Gandaa Oddaa
♧ Baldhiinna kaaree 140m2
♧ Kuta Ciissa 4 ♧ Kitchen 1
♧ Saloonni 1 ♧ Bakka dhiqqana 2 ♧Bakka Konkolaataa dhabbii 2
Mana baay'ee midhagaa ta'eedha
$Gattiin 4,000,000 himaatu
📞+251911719336
+251972824233
👉 https://t.me/feyojemalPLCc
Video mana yoo laalu fetan Tiktok kenya irraa argatu
👉 tiktok.com/

ADAAMAAGurgurtaa qulqullina ol aanan ijaarameeIddoon. Magaala Adaamaa gandaa bollee kabineBaldhiinna kaaree 180m2♧Kuta C...
05/09/2022

ADAAMAA
Gurgurtaa qulqullina ol aanan ijaaramee
Iddoon. Magaala Adaamaa gandaa bollee kabine
Baldhiinna kaaree 180m2
♧Kuta Ciissa 4 ♧Kitchen 1
♧Saloonni 1 ♧Bakka dhiqqana:2
♧Bakka Konkolaataa dhabbii 2
♧Lafa jalaatti k*ta Meeshaa kahuf ta'u qaba.
Mana baay'ee midhagaa ta'eedha
$Gaatin 7,500,000 jedhu
📞+251911719336
📞+251972824233
https://t.me/feyojemalPLCc

05/09/2022

Home Brokerage

Address

Adama

Opening Hours

Monday 07:00 - 09:00
Tuesday 08:00 - 08:30
Wednesday 08:00 - 08:00
Thursday 08:00 - 07:00
Friday 06:00 - 05:00
Saturday 09:00 - 17:00

Telephone

+251931260046

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Feyo Brokerage2 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Feyo Brokerage2:

Share

Category