17/02/2026
ክቡር የቱርክዬ ሪፐብሊክ ፕሬዝዳንት ረጀብ ጠይፕ ኤርዶዋን ወደ ምድረ ቀደምቷ ሀገር ኢትዮጵያ እንኳን በደህና መጡ ለማለት እወዳለሁ። ይፋዊ የስራ የጉብኝት ልውውጣችን በቱርክዬ እና በኢትዮጵያ መካከል ያለውን ጥልቅ የአጋርነት ጥንካሬ የሚያንጸባርቅ ነው።
ከአንካራ እስከ አዲስ አበባ፤ በሁለቱ ጥንታዊ ሀገራት መካከል ያለውን ትብብር ይበልጥ የሚያጠናክሩ እና ዘላቂ ትስስርን የሚያረጋግጡ ውጤታማ ውይይቶች እንዲኖሩን እመኛለሁ።
Kabajamoo Pirezdaantii Turkiyyee, Recep Tayyip Erdoğan, baga nagaan gara biyya duree, Itoophiyaa dhuftani jechuun barbaada. Daawwannaa hojii waljijjiiruun keenya cimina michummaa gadifagoo Turkiyyee fi Itoophiyaa gidduu jiru kan mul'isudha.
Ankaaraadhaa hamma Finfinneetti, marii bu'a-qabeessa walta'insa biyyoota keeyna dursitoota lamaan gidduu jiru caalaatti jabeessuufi hidhata waaraa mirkaneessu akka qabaannun hawwa.
It is my greatest pleasure to warmly welcome H.E. President Recep Tayyip Erdoğan of the Republic of Türkiye to the Land of Origins on his official visit. Our exchange of visits reflects the strength of the deep partnership between Türkiye and Ethiopia.
From Ankara to Addis Ababa, I look forward to productive discussions that will further deepen cooperation and strengthen the enduring bonds between our two ancient nations.