23/02/2026
🌙 Ramadaan Mubaarak!
🏢 Riil Isteetii DMC – Diiskaawantiin Ramadaanaa Amma Illee Itti Fufeera!
👏👏 Carraan addaa Ramadaanaa isiin hin darbinaa!
👉 Kaaree meetira tokko irratti diiskaawantii qarshii 7,000
👉 Hanga qarshii 2,000,000tti diiskaawantii dhugaa
👉 Filannoo darbii gadi-aanaa kan qabu
👉 Ilaalcha hawwataa fi aduun ganamaa kan seenu
✅ Jiraachuuf naannoo naga-qabeessa
✅ Kireessuuf carraa galii gaarii
✅ Irra deebidhaan yoo gurgurtan bu'aa guddaa
📍 Teessoo: Finfinnee, Lebu Meebrat Haayilii
✍️ DMC Real Estate – waggoota 27 oliif muuxannoo ijaarsa guddaa kan qabu
✍️ Liqqii baankii 60% (kaffaltii duraa 10% qofa)
⏬ Hanga 30% diiskaawantii irra jirra
✍️ Kaffaltii yeroo dheeraa
✍️ Iddoo baay'ee hawwataa
✍️ Mana mooraa bal'aa (compound) waliin isin eega
Tajaajiloota fi Faayidaawwan:
🎯 Pooliiwwan daka 7 fi iddoowwan bashannanaa
🎯 Iddoo bal’aa ijoollee taphachiisu 5
🎯 Asaanseroota namaa 25 fi kan fe’umsaa 7
🎯 Iddoo gahaa konkolaataa dhaabachiisu
🎯 Iddoo chaarjii konkolaataa elektirikii
🎯 Kaameeraa nageenyaa 24/7
🎯 Iddoo waliinii sagantaalee adda addaaf
🎯 Suuqii / Market Center ammayyaa
🎯 Bishaan bolla fi tajaajila ibsaa wal irraa hin cinne
Gosoota Manaa:
Istuudiyoo
Abbaa ciisichaa 1
Abbaa ciisichaa 2
Abbaa ciisichaa 3
Abbaa ciisichaa 4
Suuqota daldalaa
📞 Odeeffannoo dabalataaf bilbilaa: 0966 294 421
DMC Real Estate – Gammachuun Asitti Jalqaba!