Chefetulema relestate s.c

Chefetulema relestate s.c Riil isteetiif Daldaalli Waliigalaa Caffee-Tuulam akka hundeeffammaa jiru keekamaadha. Kunis Finfinn

🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻Bagaa bacaqii ganna batanii boqaa birraattiin nagaan isin gahee  barrii 2017 kan nagahaa,quufaa,badhadhinaa isi...
12/09/2024

🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻Bagaa bacaqii ganna batanii boqaa birraattiin nagaan isin gahee barrii 2017 kan nagahaa,quufaa,badhadhinaa isinif yaa ta.uu!!!!! 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

Walgahii Waliigalaa Idilee Waldaa Aksiyoonaa  chaffee  Tulaamaa Riil Isteeti fi Daldala Yaa'iin waliigalaa idilee bara 2...
19/08/2024

Walgahii Waliigalaa Idilee Waldaa Aksiyoonaa chaffee Tulaamaa
Riil Isteeti fi Daldala Yaa'iin waliigalaa idilee bara 2016 gaafa 12/12/2016 ganama sa'aatii 2:30 irraa eegalee magaalaa Finfinneee kutaa magaalaa ekkatti aanaa 07 galma Baaldaraasitti gaggeeffameera.
Ajandaa walgahii waliigalaa idilee
Raawwiin hojii bara 2016 madaalamee ergaa ilaalamee booda miseensonni boordii filatamaniiru.

የጨፌ ቱለማ ሪል እሰቴትና ትሬዲንግ አክስዮን ማህበር መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ
የ2016 ዓ.ም መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ በቀን 12/12/2016 ዓ.ም ከጥዋቱ 2፡30 ጀምሮ አአዲስ አበባ ከተማ የካ ክ/ከተማ ወረዳ 07 ባልዳራስ አደራሽ ተካሄዷል::
የመደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ አጀንዳ
የ2016 ዓ.ም የስራ አፈጻጻም መገምገምና የቦርድ አባላት ምርጫ ተደርጓል::

Regular General Meeting of the chefetulema Tulema Real Estate and Trading Stock Association
The regular general assembly of 2016 was held on 12/12/2016 from 2:30 in the morning at Addis Ababa city district woreda 07 Baldaras hall.
The agenda of the regular general meeting
The work performance of 2016 was evaluated and board members were elected.

walgahii yaa'ii idlee fi wali galaa bara 2014 the 2022 ordinary and general assembly meetings of chefe tulema relestate ...
11/07/2022

walgahii yaa'ii idlee fi wali galaa bara 2014
the 2022 ordinary and general assembly meetings of chefe tulema relestate and general trading

01/07/2022

Waamicha walgahii yaa'ii idlee fi wali galaa walda riil esteetii fi tireedingii caffee tuulama
waldaan keenyaa waldaan riil esteetii fi tireedingii caffee tuulama walgahii yaa'ii idlee fi wali galaa bara 2014 guyyaa 03/11/2014 galmaa baldiraasiitti ganama sa'aatii 3:00 irraa eegalee ni gaggeessa. Kanaafuu miseensootni waldaa riil esteetii fi tireedingii caffee tuulama kan taatan hundinuu guyyaa fi sa'aatii armaan olitti tuqameetti galmaa baldeerasi kan finfinnee kutaa magaala yeeka aanaa ..... argamuutti argamtaanii walgahii akka hordooftan isiin beeksifna. Yeroo dhuftaa miseensotni waraqaa eenyummaa kan haroome fi suura 2 qabatanii akkasumaas namoonii lakkoofsa tin
hin galchinnee akka qabatanni argamtan akkasumas miseensotni bakka bu'iinsaa fudhaatanii dhuftaan waraqaa iddoo bu'iinsaa, waraqaa eenyummaa miseensoota koopii tokko fi suura isaani 2 qabaatannii akka dhuftaan isin beeksiifna.

Waldaa riil esteetii fi tireedingii caffee tuulamaa.

31/05/2021

Waldaa Caffee-Tuulamaa Bu'uura Gudinaa

miseensonnii  fi degartoonni  waldaa aksiyoona  riil isteetii fi Tiireedingii  caffee tuulamaa taatan ,beeksisnii armaan...
24/05/2021

miseensonnii fi degartoonni waldaa aksiyoona riil isteetii fi Tiireedingii caffee tuulamaa taatan ,beeksisnii armaan gadiiti bahee kun warrii isin ilaalaatuu karaa Email kenyaan nuf erguu dandeessan.

Miseensonnii fi degartooni waldaa aksiiyoonaa riil isteetii  fi tireedingii caffee tuulaama baga hundeffamaa isaan isin ...
26/04/2021

Miseensonnii fi degartooni waldaa aksiiyoonaa riil isteetii fi tireedingii caffee tuulaama baga hundeffamaa isaan isin gahee jechaa warrii aksiyoona hin betannee bitatanii warrii aksiiyoona bitanii kafaltii hin xummurre ammoo akka xummurtan isinnin jenna

26/04/2021
Waldaan aksiiyoona riil isteetii fi daldalaa caffee tuuleema hundiii kessaa sheri bitachuun kan bitatanii hin xummure xu...
26/04/2021

Waldaan aksiiyoona riil isteetii fi daldalaa caffee tuuleema hundiii kessaa sheri bitachuun kan bitatanii hin xummure xummurudhan itti hirmata

31/03/2021

kabajamtota miseensotaa fi degartota rilisteeti chafee tulaama fi daldalaa walii galaa hundii kessaa bagaa hundeefaa isaatin isinin gahee jechaa yeroo ulagaa waldichaaf barbachisuu guutu wan irraa genyeef logoo fi halluu arman gadii kanna irrati yaada kessan akka nuf qoddan kabajan sin gafanna koree walda rilisteeti chafee tulama fi daldalaa walii galaa irraa!!!!!

19/03/2021

Kabajamtoota Miseensotaaf Deeggartoota Waldaa Riil isteeti if Treeding Caffee-Tuulamaa Baga Gammaddan Baga Gammanne.
Waldaan Keenya Mallattoo Waajira Haqaa Xumuruudha Waan Beekkamtii argateef Yeroo Dhihoo keessatti Walgahii Waliigalaa Waamnee Hundeefama Waldaa Keenyaa Waan ibsinuuf ammasitti Obsaan Nu'eegaa.
እንኳን ደስ አላችሁ ደስ አሌን ማህበራችን ጨፌ-ቱለማ ሪል እስቴት እና ትሬድንግ አ.ማ በውልና መስረጃ የተጀመረውን የአባላት ፊርማ ስለጨረሰ. በቅርቡ ጠቅላላ ጉባኤ ጠርተን ምስረታውን ስለምናበስር በትእግስት እንድትጠብ

Address

Addis Ababa

Telephone

+251912027923

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chefetulema relestate s.c posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Chefetulema relestate s.c:

Share