Firi Dame

Firi Dame Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Firi Dame, Real Estate, Addis Ababa.

22/04/2024
10/09/2023
04/09/2023

==Siif Hin Malu ture😭😭==
👉Imaanaa dha 😭kiristaanni HunduuErgaa Gabaabaa Faarfattuu kana Dubbisuu qaba.
"Ergaan Koo inni Guddaan xumura irra jira..Hanga Xumuraatti naaf dubbisaa.Ani Faarafattuun Altaayyech Galataan Akkuma isin Beektan Waggaa 25 oliif tajaajila Faarfannaa Keessan Jira. Ergan Magaalaa Finfinnee kana dhufee Waggaa 13 ol ta'eera.
Yeroo ammaa kanas Waldaa Guutuu Wangeelaa Gullallee keessatti tajaajilaan Jira..Humnaaf Qabeenya koon Karaa hafuuraas tahe fooniis Waldaa kana ijaarsa keessatti Gaheekoo ba'ataa Akkan ture Waaqayyoof Amantoonni Waldaakoo Ragaa dha.Egaa akkuma beektan Albumii 4 hojjedheen ture...Bara kana immoo Album koo 5ffaa Hojjedheen Jira..Waanti nama Ajaayibu Garuu Album koo 5ffaa kana irratti waanta Ani hin eegnetu tahe..innis..Ani Haala rakkisaaf dhiphisaa Qormaata baayyee keessa taa'ee hanga Lubbuukoo illee dhabeera jedhee yaadutti keessa darbeera..Waaqayyo Na gargaareera..Isaaf Galata..Haa tahu malee Album koo 5ffaa Ani hojjedhe Akkuma Faarfattoota biroo Eebbisiifachuuf Jedheen Xumuraaf gahe..haa tahu malee waan hin eegamnetu na mudate..Kunis Waldaa koo Ani keessaa tajaajilu deemeen Akka naaf eebbisaniif Gaafadhus Yeroo naaf hin arganne..Waldoota Kanneen Biroo heedduu Gaafadhus Hunduu Eyyemamoo hin taane..Ani Garuu Na dhukkube malee Daba biraa hin qabu😭,Wangeelaafin Gatii kaffale malee Homaa hin Balleessinen jedha hangan beekutti😭..Egaa Xumura Irratti Abdiikoon kuteen Ergaa Waldaan kiristaanaa na diddee jedheen Guesthouse Beetel Isa Safara Paster tti kireeffadhee Kaffaltii ergan kaffalee booda Isa keessattis Akkan hin geggeeffanneef dhiibbaan keessaa fi alaa narratti geggeeffamee sana booda Abdiikoon kute.Hubachiisa:Ani Miseensa Dambalii faarfattootaati Isaanillee irratti argamuun naaf hirmaatu jedheen waamicha godheefiin ture..Garuu muraasatu hirmaate😭. egaa Erga Kun hunduu darbee booda Anaa Abdii kutee ture Waldaan Guutuu Wangeelaa Gafarsaa Kellaa Kottu Waan hundaan Si bira dhaabannaa Ati nama wangeelaaf Gatii Guddaa Kaffaltee Jechuun Eebbi Album koo 5ffaa Waldaa Guutuu Wangeelaa Gafarsaa kellaatti Geggeeffameera..
Waldaa kana geggeessitootaa fi Tajaajiltoota akkasumas Amantoota hunda Galateeffachuun barbaada,Akkasumas Keessummooti na kabajjanii dhuftan hunduu Eebbifamaa "Jechuun Yaada ishee World christian Mediaf laatteetti.
:Yaa waldaa Kiristaanaa,Yaa tajaajiltootaa,Ya Amantootaa Nu irraa Jaalalatu Baratamuu qaba.. nuti Lafa kana irratti Ibsinee Jaalalaan mo'annee Darbuu Qabna jechaa... Namooti Biyya keessaa Biyya alaatii Faarfannaa obboleettii keenya Altaayyechiin Eebbifamtan Lakkoofsa Akka hin qabne ni beekna..isheen hangafa faarfattootaati..isheen waldaa itti eebbifattu dhabuu Osoo hin taane Galma Guddaa fi isaa oliitti eebbifachuutu malaaf..Wangeelaaf Gatii kaffalteetti😭.
Egaa haa tahu..Dhaamsi xumuraa nuti qabnu Obboleettii kana Faarsaa isheen Namooti Eebbifamtan Obboleetti kana tumsaa jennee Jaalalaan sin gaafanna..
Deggeruuf Namooti barbaaddan :
1000033883602 (Cooperative Bank Of Oromia
1000208626063 (Commercial Bank of Ethiopia)
01320706834900 (Awash Bank) Altayech Galata biru

22/07/2021

Ati yeroo kanatti ergaa kana dubbisu keetti carraa Qabdaa!
Waaqayyoo Galgala kana jireenya kee irrati Akkas Godhaa
☛Dukkana Ifattii Bahii
☛Iddoo Arsaa kee hara'eera
☛Dhukubaa kamirrayyu bilisaa Bahi
☛maaqa kaalesaa itti bekamtuu sirra jijjirameraa
☛Dibaannii sirraa jiruu dhiibe haa bahuu
☛balballi hojii kee haa banamuu
☛Ga'eelli kee naaga haa godhatuu
☛jalaala kee kan borresuu haa hidhamu
☛Wajjira galtuttii dabartee malee kuftee hin dhagahiin
☛kisaraa hamaa kessaa bahi
☛Idaa sirraa jiru kan namnii qubaa sitti qabuu si
kaffalameera
☛Tessoo kee jijjirameera
☛Duuba ka'ii fulduratti daarbi
☛Afuraa sirbaa fi suusii irraa bilisaa bahii
maaqa Yesus Sif Ta'eera! # ameeen ..
Eeba kana share gochun walif hiraa

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firi Dame posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category