United State of Oromiya USO

United State of Oromiya  USO Oromiya is my country

16/07/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Aliyyi Mohamed Aliyyi, Umar Abrahim, Kamaal Abdukariim, Safi Abdujebar, Obsish Abdulaahi Abdulkarm, Anas An New

💐"Mythology of Irreecha" 🌳ባለቅኔው የአለም ሎሬት ፀጋዬ ሮበሌ ቀዌሳ  ከ12,000 አመታት በፊት ነው ያኔ የኩሽ አምላክ የፀሃይና የሰማያት አምላክ ተደርጎ የሚታሰበው አስራ(O...
29/09/2024

💐"Mythology of Irreecha" 🌳ባለቅኔው የአለም ሎሬት ፀጋዬ ሮበሌ ቀዌሳ

ከ12,000 አመታት በፊት ነው ያኔ የኩሽ አምላክ የፀሃይና የሰማያት አምላክ ተደርጎ የሚታሰበው አስራ(Osiris-Ka) ነው ፣ ሶስት ልጆች አሉት ታላቁ ወንድ ልጅ ሴት(Set) : ታናሹ ኦራ(Horus) እና እህታቸው አሲስ(Isis)። አሲስ በሌላ ስሟም አቴቴ ወይም አድባር ትባላለች ልጆቹ የኩሽ ህዝብ በሰፈረበት በኑቢያ እና በጥቁር ምስር በጊዜው አጠራር ከመት/ Kemet ( ወይም ግብጥ) ኑሯቸው መስርተዋል።

ታላቁ ልጅ ሴት ታናሹን ኦራ በሆነ ቅራኔ ወይም ቅናት ይገድለዋል እህትዬው አሲስ በጊዜው ወግ (አዝና.. ምናልባትም አልቅሳ… ወይም ማቅ ለብሳ) በናይል ወንዝ አቅራቢያ ኦራን ትቀብረዋልች ለመታሰብያም የኦዳ ዛፍ መቃብሩ ጎን ትተክላለች አሲስ ለገዳይም ለሟችም እህት ናትና የሁለቱ ቤተሰዎች ደም እንዳይቃቡ ትሰጋለች አባቷን ማለትም የፀሀይን አምላክ-አስራን በወንድሞቿ ቤተሰቦች መካከል ሰላም እንዲያሰፍን ትለምነዋለች። አስራ (Osiris-Ka) የአሲስ ፀሎትን ይሰማል ልመናዋን መስማቱን ለማሳየትም ዝናብ አዝንቦ የኦዳውን ዛፍ እንደ ድንኳን ዘርግቶ ያሳድገዋል ያለመልመዋል ይህም እርቀ ሰላም ለማውረዱ ምልክት ይሆናታል።

በየአመቱ መስከረም ሲጠባም የናይል ወንዝ ይሞላል ከወንዙ አጠገብ ለኦራ እንደ ሀውልት የተተከለው ኦዳ ዛፍም ይለመልማል በቤተ ዘመዱ መካከልም እርቀ ሰላም ለመውረዱ መታሰቢያነት በአል መከበር ይጀመራል ሰላም ያሰፈነውን የፀሀይ አምላክ ለማመስገን የሟቹ ኦራ መንፈስም አብሮ ይገኛል ፣ ኦራ ኦሞ…ኦሮሞ ይለዋልዋል ባለቅኔው ።

በአሉ ሲከበርም ኢዮ ካ /Eyo Ka/ እየተባለ ችቦ ተይዞ…የፀሀይ እና የሰማይ አምላክ ይወደሳል። ኢዮ ሃ…የሚለው ባህላዊ መዝሙር ከዚያ የተወረሰ ነው ፣ለኩሽ እንግዳ የሆኑት ክርስትናም ሆነ እስልምና ከመምጣታቸው በፊት ካ(ka) ለኩሽ ህዝብ የአምላክ መጠሪያ አንድ ስም ነው ዛሬ ባሉት የኩሽ ህዝቦች አምላክን ዋካ(Wa Ka)… ዋቃ (Wa Qa) ወይም ዋቀዮ (Wa-Ka-Ayyoo) ብሎ መጥራት ከዚያ ነው መነሻው።

ኢዮ ካ…ኢዮ ሃ… ሲባልም ” ካ” ን ማወደስ ነው። ገዳ (Gada -Gaada)… ወይም ካ አዳ (Kada -Ka Ada) ደሞ የአምላክ ህግጋትን ትእዛዛትን ማከናወን ነው ከእነዚህም አንዱ እሬቻ ነው። አሲስ ወይም አቴቴ ወይም አድባር በተጋደሉት ወንድሞቿ ቤተሰቦች መካከል ሰላም መስፈኑን በፀሎቷ መልስ ያገኘችበት ነው : እሬቻ በናይል ወንዝ ዳርቻ የተከለችው የኦዳ ዛፍ ለምልክት ሆኖ የለመለመበት መታሰቢያ በዓል ነው ፣ እሬቻ ይህን ሁሉ ላደረገ አምላክ ምስጋና ማቅረቢያ ክብረ በዓል ነው።

በኦሮሞ ዘንድ በገዳ ትዛዛት እየተመሩ የሁሉን ፈጣሪ አንድ አምላክ ዋቃን ማምለክ ዋቄፈና (Wakefena) ይባላል። ዋቄፈና ለኦሮሞ ሃይማኖቱ ነው። እሬቻ የእምነቱ አካል ነው። ህዝቡ ተሰብስቦ ለምለም ቄጠማ አረንጓዴ ቅጠል አበባ…ይዞ ዋቃን በወንዝ ወይም በሀይቅ ዳርቻ ወይም በተራራ ላይ የማመስገን የማክበር የማምለክ በዓል ነው እሬቻ።

🌳💐🌺🌻መልካም የእሬቻ አከባበር 💕🌳🌷💐🌺

Negash Qemant

Congratulations Ethiopia 🇪🇹
04/01/2024

Congratulations Ethiopia 🇪🇹

BAGA GEESSAN BAGA GEENYE!Irreechi Kan milkii kan Araaraa nuuf haa ta’u African big festival🌻🌼
06/10/2023

BAGA GEESSAN BAGA GEENYE!
Irreechi Kan milkii kan Araaraa nuuf haa ta’u
African big festival🌻🌼

06/10/2023

“Irreechi Oromoo Danqaawwan Hedduu Darbee Ulfoofi Ulfina Oromoo Addunyaatti Mul'ise" Shimallis Abdiisaa, Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa
----
Uumaan uumama isaa wayita uume yeroo qabeenya hunda irra qaalii ta'e kennaa taasisee gumaachuun baraaf yeroo keessatti hojjetee akka bulu taasise. Oromoonis dhahaa tartiiba yeroo hunda qajeelfachuun waqtii dhufee darbu keessatti godhameefiin uumaa isaa yoo galateeffatu kan dhufuuf milkii qajeelfachuuf waloon kadhata. Haala kanaan Ganni dabree Birraan yoo bariu Oromoon Uumaa isaa dukkana Gannaa waatiif maatii, alaaf manaan ofkalchee, kan inni facaases margisiisee kumaaf kitilaan ija itti naqeefii beelli quufaan akka moamu taasise gamtaan malkaatti ba'ee irreeffachuun galateeffata. Oromoof Irreechi waa hunda yoo ta'uu bara maree dabre ofkalee uumaasaa ‘Yaa mareewoo’ jechuun yoo galateeffatu kan maree dhufeefis Gabbisaayyoo Gabbisi Waaq jechuun uumaasaa kadhatee milkii qajeelfachuun walooma isaa jabeeffata.

Ganni dabree Birraa ifaaf miidhagina uumamaan faayametti ceenee uumaan diina keenya Hiddii Fardi irra ejjete taasisee gamtaan akka isa galateeffannuuf hunda keenya gargaaree jira. Uummanni Oromoo, sabaaf sablammoonni hundi baga Ayyaana Irreechaa bara 2016 nagaan geessan jechuun barbaada.

Ulfaataafi kabajamoo uummata Oromoo akkuma waggaa darbe Oromoota miliyoona hedduufi sabaaf sablammoota biyya keenyaa waliin dabaalamnee Uumaa galateeffannee kan bara kanaaf imaanaa itti laatannee turre galfata keenya nuuf simateera. Waktii Bona rakkisaa keessatti gaaddisa isaa waakkiifi qooddaa hin qabne nurra qabee; aduu gubaa akka abidda saafaa nurraa qabbaneesseera. Ganna dhiibuu dukkana gurraachaa keessattis rooba yandoo, obomboleettii hamaafi lafa lafattii citu hunda nu oolchee araara isaatiin booqaa Birraatti milkiifi injifannoon nu hulluuksee Ayyaana Irreecha malkaa Finfinnee fi Hora Arsadiin nu ga'e uumaan galata dachaa qaba.

Uummanni Oromoo waggoota kuma hedduu duraa jalqabee sirna bulchiinsa Dimokiratawaa Gadaa ijaarachuun seera Uumaaf uumamaafi deemsa duudhaaf amantaa ittiin uumaa isaa wajjin wal argus kan tolfate saba guddaa Gaafa Afrikaati. Gadaa tolfateenis qajeelfama jiruuf jireenyaa galma gaaddisa Odaatti mareef marabbaan qajeelfachuudhaan kan bulaa tureefi uummata qaroomina gama hundaan angafummaa qabudha. Beekumsa jireenya guyyuu hunda itichee naqata muuxannoo jireenyaa duudhaa, safuufi aadaa isaatiin faayamee bakka kaleessa salphina keessummeesse handhuura Oromiyaa Finfinnetti kabaja horachuun Ayyaana Irreechaa kabajachuu cimsee itti fufeera. Irreecha Hora Arsadees Kaabaa Kibbaa fi Bahaa Lixaa timmisee ulfoofi ulfina isaan faayamee kabajachaa jira. Kun injifannoo guddaadha.

Aarsaa qaqqaaliifi wareegamni gootonni Oromoo kaffalaa turanis sanyii jiraatu ta'ee deebi'ee marguun balbala injifannoo Oromoo deebi'ee cufamuu akka hin dandeenyetti bansiisee abbaa injifannoo ta'uu isaa raggaasiseera. Dhugaa qabannee dhugaaf hojjennee injifannoo arganne uummata keenyaa wajjin ta'uun galma barbaadameen ni geenya. Kana ammoo Uumaan Ganna dukkana maree dabarsee Birraa ifaafi Abdiin guute maree nuuf fidee galataaf gamtaan nu simatu nu gargaara. Nutis ni hojjenna ni milkoofnas.
Daandiin milkaa'ina keenyaa guddichi duudhaa ganamaa uummata keenyaatti deebi'uudha.

Duudhaan saba keenya ganamaa ammoo injifannoofi milkiin guutuudha. Ummanni keenyas qabsoofi wareegama guddaa kaffalee cunqursaafi dhiibbaa akka sabaatti isa irra ture ofirraa fonqolchuun Irreecha hora Finfinnee qe'ee keenyatti sirnaafi duudhaa isaa eegnee kabajuu eegaluun keenya muummee injifannoo isa olaanaadha. Kana malees, barii jijjiiramaatii eegaluudhaan bakkaawwan arda jilaa ulfoo Oromoo qorachuu, daangeessuufi misoomsuu, galmaawwan aadaafi seenaa eenyummaa Oromoo mulisan ijaaruu, haqa dabe bakkatti deebisuufis Mana Murtii Aadaa hundeessuu, seenaa dabe qajeelchuufi dhaloonni duudhaa, safuufi eenyummaa Oromoo beekee akka guddatuuf sirna barnootaa keessatti hammachiisuufi hojiiwwan garaagaraa duudhaa, safuufi eenyummaa Oromoo ulfeessanii ol-qaban xiyyeeffannoon hojjechaa jirra. Jalqabbii keenya kana qorannoon cimsinee sirneessuun guddummaa keenya gocha qabatamaan mulifna.

Ulfoon Oromoo hundi ulfina isa madaalu Addunyaa irratti argatee ardaawwan jilaa qoo'annoofi qorannoo akkasumas jiddugala Turiizimii uummata Addunyaa isa guddicha akka ta'uuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jira. Haayyonni, Abbootiin Gadaa fi Ummanni Oromoo hundi qajeeltoo duudhaa ganamaan sirnoome ijaaraa jirru keessatti qooda olaanaa bahachaa jirataniin galata jennus daandiin qabanne dheeraa, galmi keenyas fagoo waan taeef tumsi oromummaa ammas isin irraa eegama.

Irreecha bara kanaas wayiita kabajannu hangafaa quxusuun malkaatti yaanee, Ulfoo ulfina Oromoo godhannee, nageenya irreechaa duudhaa sirnichaan kabajaa uumamaan uumaa keenya galateeffachuuf miliyoonota hedduun baanee sirnicha miidhaksuun cinatti Ummata Addunyaas akka raajeffachiifnu waamichan isiniif dabarsa. Birraan kan quufaaf gabbinaa, Irreechi kan milkii, jaalalaa fi nageenya nuuf haa ta'u!

Oromiyaa ni ijaarra,
Itoophiyaa ni utubna,
Gaanfa Afriikaa ni tasgabbeessina,
Waaqayyos nu gargaara.
Shimallis Abdiisaa
Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Fulbaana, 2016
Finfinnee

06/10/2023
Sirba kamiyyuu sirbu kan irraa bareedu  Aadaa, Amayyaanis irraa bareeda  mootii muuziqaati   baga irreecha nagaan geese ...
06/10/2023

Sirba kamiyyuu sirbu kan irraa bareedu Aadaa, Amayyaanis irraa bareeda mootii muuziqaati baga irreecha nagaan geese Ayyaana garii 🫶

13/06/2023

12,000 years ago, ASRA the God of sun and of sky, God of KUSH PHARAOH, begotten SETE the older son, ORA the younger son and a daughter named as ASIS (ATETE OR ADBAR). The older SETE killed his younger brother ORA and ASIS (ATETE OR ADBAR) planted a tree (ODAA) for the memorial of her deceased brother ORA at the bank of Nile in Egypt where the murder had taken place and she requested her father who was the god of Sun to make peace among the families of SETE and ORA. Then rain has come and the tree (ODAA) got grown. It symbolized that the peace has taken place. Later, at the Stone Age, the tree that had been planted for the memorial of the killed, ORA was substituted by statue of stone that was erected 8000 years ago.

The festival for the ORA statue has been celebrated in September of every year when Nile flows full in NUBIA and in BLACK EGYPT. In Ethiopia during the AXUMITE and PRE-AXUMITE period a great festival has been held around the statue that was planted by ASIS (ATETE OR ADBAR) for the memorial of ORA, the son of sun's god, who risen up from death (ORA OMO or OR OMO) for the purpose of celebrating the peace made between the two brothers. Then after the memorial was the great herald performed in thanking the god of sun and of sky with CHIBO.

The EYO KA ABEBAYE (the traditional and popular song performed at DEMERA events and new year in Ethiopia) has been started being performed since then. "KA" is the first name of God. The name of God that our KUSH Fathers have inherited to us before the old period of Christianity and Islam is "KA". Since then, therefore, especially the OROMO, GURAGIE and the SOUTHERN people of Ethiopia have been calling God as "WAKA or WAAQA”. When we song EYOKA or EYOHA in New Year, we are praising "KA", the God.

"GADAA" or KA AADA" is the law or rule of God. "GADAA" (KA AADA) is the festival by which the laws and orders of God are executed. Japan, China and India have now reached to their current civilization through making the basic traditions and cultures they received from their forefathers (HINDU, SHINTO and MAHIBERATA) be kept, even at the time they were receiving Islam, Christianity, and other ideologies, especially Democracy and other free believes. They are not here through undermining the culture and tradition of their forefathers.

Culture is the collection of many CHIBOs or DEMERAs. "IRRECHA" or "IRRESA" one of the part and parcel of GADAA (KA AADA) system is the corner stone of and the turning point to the new year for which ASIS (ATETE OR ADBAR) has put up the dead body of her brother, ORA who was killed by his older brother (like ABEL of Bible) from the place where he died at the river bank of NILE and planted a statue".

The Oromo people of beautiful Africa believe in one God since time memorial. Their religion is called "WAAQEFFANNAA" which means believing in one God that is the creator of the whole universe. IRRECHA means a celebration where people get together and perform their prayers and thanks giving to God.

WAAQEFFANNAA, the faith being in the GADAA SYSTEM is a religious ceremony that is free from any thing. The fathers of Oromo religion and the people, keeping fresh grass and flowers, perform their prayers and thank their God going to mountains, to sea or to river bank.

They move to the top of mountains or bank of seas or rivers not to worship the mountains or rivers and seas. Rather to distract themselves from any noise and to worship their God (WAAQA) with concentration. And they go to sea and rivers because they believe that green is holy, water is life and the places are peaceful where the spirit of God is found.

In the Oromo culture, the rainy season is considered as the symbol of darkness. At the beginning of September, the darkness is gone, rivers run shallower and cleaner, and the mud is gone. As sunshine rules the land, the OROMO people of Africa go out to celebrate this great natural cycle with the spirit of worshiping God (WAAQA).
The story of Irrecha by Poet Laureate Tsegaye Gebremedhin Robba Qawessa
Oromia-My Country

17/05/2023
 #ወሎና _  #ራያ  #ጥንት _ የ  #ሀገርና _የሰው ሥሞች።★miky sultan Wallo★የ "ወሎና ራያ" ከተማ፣ ሀገርና የሰው ስሞች ትርጉም።ኦሮምኛ፣                      አ...
15/04/2023

#ወሎና _ #ራያ #ጥንት _ የ #ሀገርና _የሰው ሥሞች።
★miky sultan Wallo★
የ "ወሎና ራያ" ከተማ፣ ሀገርና የሰው ስሞች ትርጉም።

ኦሮምኛ፣ አማራኛ፣
1, ራያ መሪ ሰረዊት
2,መርሳ የተከበበ
3, ወራ የጁ የ የጁ ቤተሰብ
4,ጉባ ላፍቶ ላይኛው ላፍቶ እንጨት
5, ወልድያ መጋናኛ ቦታ
7,ወራ ሂመኖ የ ሂመኑ ቤተሰብ
8,ወራ ባቦ የ ባቦ ቤተሰብ
9, ወረ ዋዩ የ ዋዩ ቤተሰብ
10, ወረ ቃሉ "የ ቃሉ ቤተሰብ

11, ባቲ ( ባቴ) ወጣህ? ኣልያም ጨረቃ
12 ,ከሚሴ የቀን ስም ሀሙስ
13, ሰንበቴ ቅዳሜ
14, ኮምቦልቻ እጫት ስም ነው
፣ የ ወሎ ንጉሶች፣
1, ንጉስ ሚከኤል( ሙሀመድ አሊ) የ ወሎ ኦሮሞ
2,ንግስት ወይዘሮ ዛውድቱ የ ወሎ ኦሮሞ ( የጁ)
3, ንጉስ እያሱ የ ሙሀመድ አሊ( ራስ ሚከዔል ልጅ) ኦሮሞ
4, ንግስት ወርቂቱ ወረ ሂመኖ ቤተሰብ ንግስት

የ ወሎ ትለልቅ 7ት አባቶች፣
1, ወረ ራያ
2, ወረ የጁ
3, ወረ ሂመኑ
4, ወረ ባቦ
5, ወረ ቃሉ
6 , ወረ ዋዩ
7, ወረ ኢሉ
እኛ ወሎዬች ፍቅር እንጂ ጥለቻን አናውቅም።

የራያ ሀገር ስም በአማርኛ ስተረጎም
አፋን ኦሮሞ አማርኛ
~~~~~~~ ~~~~~~~~~

✔ቅልሻ/ቅሌንሳ ✔ንፋስ
✔ሀሮሬሳ ✔የዛፍ ስም
✔ሙኳ ✔እንጨት
✔ሌንጫ ✔አንበሳ
✔ገንዳ ✔ቀበሌ
✔ጀሀን ✔ስድስቶቹ
✔ራረሃ ✔ተንጠልጣይ
✔ጅሎ ✔የዘር መጠሪያ/ወረ
ጅሎ
✔Dhዩ/ደዩ ✔መምታት
✔ገርጀለ ✔ወደ ታች
✔ጨፌ ✔እርጥበት ያለዉ
አከባቢ
✔ቆጫ ✔ኤሊ
✔ዲማ ✔ቀይ
✔ቦረነ ✔የኦሮሞ ልጅ
✔ሀርለ ✔
✔ሀራ ✔ወንዝ
✔ፌጫ ✔ብትን
✔ኢቱ ✔የሀረር ኦሮሞ ዘር
✔ኦዳ ✔የዋርካ ዘር ነዉ
በአማርኛ ኣላዉቅም
✔ጎቡ ✔ምቾት/ዉፍረት
✔ጢኖ ✔ትንሽ
✔በደኖ ✔የዛፍ ስም
✔ቁንቁራ ✔የዛፍ ስም
✔ከርወራ ✔የወራ ደጅ
✔ጋርበ ✔ባርያ/ባህር
✔ቢቲሞ ✔

Address

Africa
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when United State of Oromiya USO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share