Firi Tadesa

Firi Tadesa A-

Eega deemuf karaa soqxeeWaanta jenne hunda gatteTilmaamako baase hemeeYaada kankoo siifis hireeEegan tollee yaanni kanko...
30/01/2024

Eega deemuf karaa soqxee
Waanta jenne hunda gatte
Tilmaamako baase hemee
Yaada kankoo siifis hiree
Eegan tollee yaanni kankoo
Sitti haatolu bashani
Tahi akkakoo

Qara ilaale tulluu gamaa
Keessakootu quqquuqamaa
I'ilaale mammadaalee
Xaxaa kaankeen himiidhama

Egaa
Anillee sin abaaru
Waan gootellee
Rabbi qofaan haa ilalu
Guyyaa kamuu garagalee
Sin ilaaluu
Yaadaa kankee jijjiirtee
Mankaraasitus yaadako
Baraan miti jaarra iyuu
Sin ilaalu yaa tiruuko

Warri utuun hinbeeki utuun beeku isin gaddisiise dhiifama siniin jedheera galatooma bari 2026 Bara ebbaaBara mi'atakee s...
07/09/2023

Warri utuun hinbeeki utuun beeku isin gaddisiise dhiifama siniin jedheera galatooma bari 2026
Bara ebbaa
Bara mi'atakee sijalaa bade argatu
Bara itti milkooftu
Bara waan qaqqabii dhebdee itti rakkatu qabdu siif haatu
Bara dhoksaan mootummaa waaqayyoo nuuf galu nuuf hatahu.

04/07/2023

Watch, follow, and discover more trending content.

My bro          love youu
26/06/2023

My bro love youu

Utuu akkakeetti namni dhugaa barbaadu jiraate silaa yoona dhugaankee argameera gootako
25/06/2023

Utuu akkakeetti namni dhugaa barbaadu jiraate silaa yoona dhugaankee argameera gootako

31/05/2023

Inni humna sicaale nacaalu anuu siifan baasa gumaake

Address

Oromiya
Addis Ababa
22335472

Telephone

+251972543322

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Firi Tadesa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Firi Tadesa:

Share

Category