Chebsi B jemal

Website
Yaa Oromoo kooWarri na jaallattan hundi, waan naaf bitittani kan dadhabdan yoo ta’e illee, Rabbii naaf kadhadhaa. Ani ga...
15/09/2026

Yaa Oromoo koo
Warri na jaallattan hundi, waan naaf bitittani kan dadhabdan yoo ta’e illee, Rabbii naaf kadhadhaa.

Ani gargaarsa keessan qofa osoo hin taane, kadhannaa fi yaada gaarii keessanis nan barbaada. Rakkoon koo akka salphatu, Rabbiin karaa naaf bane, waanan hawwu akka naaf milkeessu naaf kadhadhaa.

Namni tokko waan guddaa kennuu dhiisuu danda’a; garuu kadhannaan garaa qulqulluu irraa baatu jireenya namaa jijjiiruu danda’a.

15/09/2026

Waan ummata oromoo qofaa

15/09/2026

Waan ummata oromoo qofaa

Yaa ummata Oromoo  Rakkoon koo kun akka isin na arrabsitaniif miti. Ani rakkoo keessa jira; waanan isin irraa gaafadhu g...
14/09/2026

Yaa ummata Oromoo
Rakkoon koo kun akka isin na arrabsitaniif miti. Ani rakkoo keessa jira; waanan isin irraa gaafadhu gargaarsa fi gara-laafina qofa. Namni tokko yeroo rakkoo keessa jiru jecha nama cabsu osoo hin taane, jecha isa jajjabeessu barbaada. Yoo na gargaaruu dandeessan, naaf dhaabbadhaa; yoo dadhabdan immoo, maaloo na hin arrabsinaa.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Chebsi B jemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share