Damee oromo

Damee oromo Ani baratadha

  Baga rabbiin nagayaan iida al-adhaan isin gahe, iida milkii ta gammachuu rabbi nuuf haa godhu!تقبل الله منا ومنكم صالح...
28/06/2023


Baga rabbiin nagayaan iida al-adhaan isin gahe, iida milkii ta gammachuu rabbi nuuf haa godhu!
تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال ❣️

Cinaachi miidhamee.. Mataan eessan rafa. Walloon achii tuqameeakkamittin irraa hafa. Walloo kooDhiira ilma warqituu. Sin...
26/03/2021

Cinaachi miidhamee..
Mataan eessan rafa.
Walloon achii tuqamee
akkamittin irraa hafa.
Walloo koo
Dhiira ilma warqituu.
Sin beeka duruu gad jattee
Diinaaf garaan hirtuu.
Akkuma aadaa keetii
Finiinsi qabsoo itti jirtu.
Itti fakkaatte malee
Si jilbiiffachiisun fagoodhaa.
Gadheen haa bartu
Irraan hafu Anis walloodhaa.

Suuran kun erga yaala argatanii nyaachuus eegalan booda kan kaafame. Sana dura maal akka fakkaachuu danda’an tilmaamuun ...
19/03/2021

Suuran kun erga yaala argatanii nyaachuus eegalan booda kan kaafame. Sana dura maal akka fakkaachuu danda’an tilmaamuun salphaadha. Saba isaaniitiif jecha gatii kana hunda kaffalaa jiru. Mana hidhaa keessattis warra qabsoo itti fufe. Oromoon akka isaanii kanatti cichee qabsoo itti fufnaan yeroo gabaabduu keessatti mirga isaa kabachiisee akka saba guddaatti kabajaa isaan male kabajama.

19/02/2021

One of the Generals that Abiy re-called from retirement in order to conduct the war on Tigray, General Yohannes, is back in Addis, reportedly, leaving Mekelle for good. So are the lackeys appointed by Abiy as "Temporary Administrators."

So much for the war that Abiy has "completed in three days". May be complete decimation of what used to be the Ethiopian Defense Forces (EDF) is what they saw being completed.

They shall be defeated, one and all. Each shall get his due. Soon, the violence that they unleashed and spread abroad shall come to haunt their own homes. In fact, it is already at their door steps.

. !
!
! !
!

19/02/2021

Including: Which of the following men does not have a chemical element named for him? Albert Einstein, Niels Bohr, Isaac Newton, Enrico Fermi.

03/12/2020
 Guyya  23/10/2020 Magaalaa Naqamteetti humni waraanna motummaa dargaggoota 5 bakka tokkotti ajjeesse. Isanis1, Raagu'ee...
24/10/2020


Guyya 23/10/2020
Magaalaa Naqamteetti humni waraanna motummaa dargaggoota 5 bakka tokkotti ajjeesse. Isanis
1, Raagu'eel Hayiluu
2, Heenook
3, Falmataa
4, Araarsoo
5, Abbitti. Kan jedhamanidha!

“Yeroo ammaa saa’aa 8:30tti magaalaa Awwadaay karaa ganda imaar keellaarratti shufeera makiinaa jimaa kan tahe Fahmii Ab...
24/10/2020

“Yeroo ammaa saa’aa 8:30tti magaalaa Awwadaay karaa ganda imaar keellaarratti shufeera makiinaa jimaa kan tahe Fahmii Abdii nama jedhamu rasaasa 2n addarra dhawanii ajeesan”

Osoo ati hin beekin kan ta'e hin jiru borus hoomtuu hin ta'u reeffa lakkoofnee dadhabne yaa waaq ati nuuf lakkaa'i!
24/10/2020

Osoo ati hin beekin kan ta'e hin jiru borus hoomtuu hin ta'u reeffa lakkoofnee dadhabne yaa waaq ati nuuf lakkaa'i!

Ji'oota Sadii Dura Too'atamanii Kan Turan Dr. Huseean Kadir Maalirra Jiru?*********Yunivarsiitii Finfinneetti Diinii Koo...
08/10/2020

Ji'oota Sadii Dura Too'atamanii Kan Turan Dr. Huseean Kadir Maalirra Jiru?
*********
Yunivarsiitii Finfinneetti Diinii Koolleejjii Barumsaa fi Qorannaa Sirna Naamusaa kan tahan Dr. Huseen Kadir namoota ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaatiin booda too'annoo jala oolan keessaati.

Mana jireenyaa isaanii magaalaa Finfinneetii qabamanii erga Sabbataatti hidhamanii gara Baalee geeffamanii akka ture haati warraa isaanii himaniiru.
Amma maalirra jiru?
👉

Yunvarsiitii Finfinneetti Diinii Koolleejjii Barumsaafi Qorannaa Sirna Naamusaa kan tahan Dr. Huseen Kadir namoota ajjeefamuu Haacaaluu Hundeessaatiin booda too'annoo jala oolan keessati.

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Damee oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share