Nuro Mohammed

Nuro Mohammed Facebookprofaile

Baallee qacaa Lafa dhagaan shaashii Ar,a harkaadhabnus Abdii qabna bor Akka Argannu Kaashii !!
07/06/2025

Baallee qacaa Lafa dhagaan shaashii Ar,a harkaadhabnus Abdii qabna bor Akka Argannu Kaashii !!

07/06/2025

Baallee qacaa Ganda dhagaan shaashii Abdii qabna Ar,a harkaa dhabnus Kaashii !!!!!

09/05/2025
09/05/2025

*--Namoonni Mul,ata Qaban Jirreenya isaanii Moo,achuuf Ni fiigu, Namoonni Mul,ata hin qabne immoo Namoota Mu,ata qaban Rakkisu, Booddee Ofiifis Ni Rakkatu Kaanaaf Nama rakkisuuf hin Karoor fatin !!! Nirakkattaatii !!!!!!?

09/05/2025

Qacaleewwan Baaleebahaatti Paartiin Badhaadhinaa Biqil chite Ilmaan Abdii Biyyaati !!! Wallaahi Aadaan Nama Keennaa Eerga Du,e qofa Seenaa Namaa himuufii Booyuutu Aadaa Nutti Ta,emalee Ilmaan Kanniin Ka Eebbifnuufii Galata galchinuufi Nuti Ummanni Baalee Bahaa Ani Akka kiyyatti Akkasin jedhaa isinhoo maaljettuu ?? Coment naagodhaa !!!!!!!

Address

Bale Beltu
Beltu

Telephone

+251910412780

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nuro Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category