Abbaa Galaan

Call

Abbaa Galaan MILKII

Aanaa Ciroo Araddaa Arbarakkatteetti  Ijaarsi Gaaddisa Mana Murtii Aadaa sadarkaa Kanarra gahee jira.
18/05/2024

Aanaa Ciroo Araddaa Arbarakkatteetti Ijaarsi Gaaddisa Mana Murtii Aadaa sadarkaa Kanarra gahee jira.

Harargee Lixaatti Koreen Dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa dhufan kutaa Hawaasaa garagaraa waliin mari'atan.***...
24/04/2024

Harargee Lixaatti Koreen Dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa dhufan kutaa Hawaasaa garagaraa waliin mari'atan.
*******
Ebla 16/2016 (WHPP)-Godina Harargee Lixaatti Koreen Dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa jiraattootaa Magaalaa Ciroo fi Aanaa Ciroo waliin Mari'ataniiru.

Marii kana irratti argamuun marii kan gaggeessan Walitti Qabaa Koree dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa Obbo Diriirsaa Waaqumaa, Walitti Qabduu Itti aantuu Koree Dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa Aadde Caaltuu Xuqaa fi Itti gaafatamtuu ijaarsa Paartii Badhaadhina Godina Harargee Lixaa Aadde Amina Abrahimiin marii gaggeessuun gaaffileen jiraattonni eeran tartiibaan akka deebi’an ni hojjetama jedhaniiru.

Address

CHIRO
Chiro

Telephone

+251922009380

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Galaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category