Dawit Ambo

Dawit Ambo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dawit Ambo, Real Estate, Dubai, Sharjah.

19/05/2025

Ashama akkam jirtan Namonnii gara Dubai dhufu barbaddan kesaan nadubisa haloota hundaa yeroo dhihottii sinif xumuruu dandenyaa
+971552994730 watsapi imo akkasuma telegiram nadubisuu dandessuu

07/04/2025

Balaan balee afaan qorshee caccabee
Kan namni gorsee dadhaabee
Caamaan soqoolattee
Roobaan gad deffattee
Kottee fardeenii
Molgee nadheeni nurraa qabi yaa waaq nagan nu olchii

12/01/2025
25/09/2024

????
Inni isin uume isin qofaa sirbitan๐Ÿ˜ฉ
Inni isin waame isin morma achi qabaa darbitan!
โœ๏ธ
Mee ana moo?
๐Ÿ‘‰nama uumaa isaaf ol-aantummaa hin kenninetu Gowwaadha?
Gadi fageesseen dhugaa isinitti hima ganaa!

Ani nan jaalladha โค๏ธ
Aadaa isaaf
Safuu isaaf
Duudhaa isaaf
Eenyummaa isaaf
Waan narraa eegamu hunda godheen isa gammachiisa!
Kana akka ani hin gooneef amantiin ko nan daangessu!

Garuu amantiin kan lubbuu taโ€™ee utuu jiruu!
Uummanni ko uumaa waan qabuuf,
Uumaa isaaf akka jilbeeffatu!
Karaa gooftaa Keenya fayyisaa keenya Yesuus Kiristoos jireenya bara baraa lubbuu isaatiif akka argatuuf dhimmeen cichoominaan hojjedha!

Kun gowwummaa miti!

Itti aansuun namni abbaa fooniin isa dhalcheefuu kabaja guddaa qaba!

Aayyoo isaaf, Abbaa isaaf akkasumas hiriyyaa isaaf,
Mandara itti dhalate dabalatee sirba ykn weelluu baasaa oola!
Kana hunda keessaa kan dhaabbatee hafu hin jiru!
Hundumtuu akka awwaara bonaa bugugaaโ€™ee baduuf jira!

Maarree akkamitti afaan keessaan keessaa waaqayyo isa hundumaa gararraa jiraatuuf!
Uumaa waaqaa fi lafaaf Sagaleessuu dadhabdan?????

Guyyaa fooniin duutanii lubbuun keessan gara isaa deemtu deebiin keessan maali?

Dhuguma waan itti jirtan kanatti gammachuu qabduuu?

Gabaabumatti dafaati utuu yeroo qabdanii gara Yesuus Kiristoos koottaa!
Inni hangafa qabsaaโ€™aa mirga dhala namaa fi fayyisaa Cubbamootaati!
Waamichi kun kan lubbuuti dafaa maladhaa!

Namni kana dubbiftee gochuudhaan itti gaafatamummaa ke bahadhu!

Daddafee waanan barreesseef dogoggora qubee yoo argitan na offolchaa!
Waan dubbiftaniif galatoomaa๐Ÿ™

Itti fufee waanan maxxansuuf page kana Dawit Girma Follow godhaa!

link comment jala jiruun deemaa waliif qoodaa!
godhaa!
Galatoomaa!

21/08/2024

โ€œWaaqayyo, warra gad deebi'an ol in qaba;
โ€” Far. 147:6

17/08/2024

โ€œEgaa si'achi Kristos isa ana keessaatu jiraata malee, anatu jiraata miti; jireenya ani amma fooniin jiraadhu immoo, ilma Waaqayyoo isa na jaallate, ofii isaas dabarsee isa anaaf kennetti amanuudhaan nan jiraadha.โ€
โ€” Gal. 2:20

02/12/2023

Rom. 8
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
ยฒโธ Waaqayyo warra isa jaallatan karaa hundumaa gargaaree gara gaariitti isaan in geessa; isaanoo warra akka akeeka isaatiitti waamamanii dha.
ยฒโน Warra duraan dursee beekumsa isaatiin fo'ate, fakkaattii ilma isaa isa obboloota baay'eedhaaf angafa ta'uuf jiru, akka ta'aniif yaadaan isaan qabe.
ยณโฐ Warra yaadaan isaan qabe immoo waameera; warra waame immoo qajeelota isaan godheera; warra qajeelota godhe immoo ulfinaan isaan ga'eera.

28/06/2023

Yesus:
Namoonni ilma namaatiin eenyu jedhu?

Ijoollee Ifaa:
Kaan Inni Ergamaa Rabbiiti Siin Jedhu
Kaan Inni Uumama Uumama Dura Uumamedha Siin Jedhu
Kaan Inni Maariyaam Irraa Kan Argamedha Siin Jedhu

Yesus:
Isinoo, eenyu anaan jettu?

Ijoollee Ifaa:
Ati Masiihicha, ilma Waaqayyoo jiraataa ti
Ati Mootii Mootummaa Waaqayyooti
Ati Fayyisaa Biyya Lafaati
Ati Burqaa Waan Gaarii Hundumaati
Ati Jireenya Ijoollee Ifaati
Ati Waan Hundumaa Keenya

Yesus:
Isin dur dukkanaa'oo turtan, amma garuu karaa koo iftaniittu; egaa akka ijoollee ifaatti jiraadhaa!
Isin ti!

28/06/2023

๐ƒ๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š 2๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š: ๐…๐ˆ๐ˆ๐†๐ˆ๐‚๐‡๐ˆ ๐Š๐„๐„ ๐Œ๐€๐€๐‹ ๐’๐ˆ ๐€๐‘๐†๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€?

2.1. Fiigicha kee keessatti wantoota afran kana beekuu qabda:
โžŠ. Eessaa akka kaate,
โž‹. Eessa akka geesse,
โžŒ. Amma maal gochaa akka jirtu,
โž. Maal ta'uufis akka jirtu beekuu qabda.

Address

Dubai
Sharjah

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dawit Ambo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category