Amiir shows page

Amiir shows page extreme information about page

16/04/2022


(Yaadannoo ijoollummaa keessaa)

👉Abbaan kubbaa ijoollee ciccimoodha jedhu fudhata.
👉Yoo abbaa kubbaa lolte tapha keessaa si baasa.
👉Tapha keessaa baatee loon deebistee deebi'uuf nama bakka kee buufattee deemuu dandeessa.
👉Abbaan kubbaa tapha keessaa ba'ee loon deebisuu hin dhaqu. Warra kaantu dabaree deebisaaf
👉Kophee nama dhukkubsu (koongoo jenna dur) kaa'attee taphachuu hin dandeessu.
👉Kubbaa of harka tursitee garee faallaa bira daddabarfachuu yaaluun 'abdoo taphachuu' jedhama.
👉Hiriyaa keef kubbaa kennuu yoo didde wal loluun jira_ kophaa taphata jedhamta.
👉Kan hafe waan yaadattan itti dabalaa
Alex TayAlex Tayeadannoo hin qabduu?

04/02/2022

extreme

19/01/2022
Ashamaa dhuferaa Na simatuu laata Ijolee qashtii ❤️💋
05/01/2022

Ashamaa dhuferaa
Na simatuu laata
Ijolee qashtii ❤️💋

extreme

Address

Sana `Ati

Telephone

+967775260704

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amiir shows page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category