Hamzaa Aloo kalubee

Hamzaa Aloo kalubee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hamzaa Aloo kalubee, Real Estate, Magaalaa Haqoo kaarraa, Adaba.

caran kun aka isin hin darbine comenti jala isiniif kaa'era
08/03/2026

caran kun aka isin hin darbine
comenti jala isiniif kaa'era

Qilleensa nasrii
08/03/2026

Qilleensa nasrii

Ija Islaamummaatii
“ QAALA’IINSA JIREENYAATIIF MAALTU FALA !?
Sagantaa gadi fageenyaan dhimma kana ibsu isiniif dhiyeesse. Comment jala laalaa daawwadhaa.

03/03/2026
ZiiiiiiiiiiiiTaekwondo clab
21/02/2026

Ziiiiiiiiiiii
Taekwondo clab

WALALOO JAALALLEE DHUGAA ♤bagaan sii jaaladhe♤sii jaalachuu qaba ♤ergaan Sii jaaladhe♤malifiin sii dhabaa♤ibsituu too ha...
12/02/2026

WALALOO JAALALLEE DHUGAA

♤bagaan sii jaaladhe
♤sii jaalachuu qaba
♤ergaan Sii jaaladhe
♤malifiin sii dhabaa
♤ibsituu too hangafaa
♤akka biftuu barii
♤Akkaan sii jaaladhu
♤Attis ni bektaa Tarii

☆jaalalaa Mi'ooftuu
☆Akka dhangaa dammaa
☆bayy'een sii jaaladha
☆sittiin hima ammaa
☆jaalalaan sii qabuu
☆kan nama hundaa caalu
☆ati naaf takka
☆Humaa siin madaaluu

♧Qilleensaa qulqulluu
♧Bu'uura nageenya
♧Furtuun onnee kooti
♧Sii dawwitti jireenyaa!!♡💞
ati naaf jireenyaa
Hamzaa Aloo kalubee Profile kana follow godha

𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐊𝐨𝐨𝐭𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐝𝐢𝐢𝐧,𝐢𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐣𝐚𝐧𝐚𝐭𝐚𝐚𝐘𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐂𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧...
12/02/2026

𝐖𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐭𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢
𝐆𝐚𝐫𝐚 𝐝𝐢𝐢𝐧,𝐢𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧
𝐌𝐢𝐧𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐣𝐚𝐧𝐚𝐭𝐚𝐚

𝐘𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢
𝐂𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐨𝐥𝐢𝐢
𝐌𝐚𝐚𝐥𝐭𝐮 𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐝𝐨𝐫𝐠𝐨𝐦𝐚
𝐘𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐫𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢

𝐉𝐞𝐜𝐡𝐢𝐢 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐨𝐥𝐢𝐢
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐮𝐥 𝐤𝐚𝐫𝐢𝐢𝐦𝐢𝐢
𝐊𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐧𝐞
𝐇𝐚𝐧𝐠𝐠𝐚 𝐳𝐚𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚𝐦𝐢𝐢.

𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐫𝐚'𝐞𝐞
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐣𝐣𝐚𝐭𝐞
𝐢𝐧𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚𝐰𝐞𝐞
𝐊𝐚𝐫𝐫𝐚,𝐤𝐞𝐞 𝐪𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞

𝐘𝐚𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐚 𝐪𝐚𝐥𝐛𝐢𝐢
𝐃𝐚𝐚𝐰𝐰𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐚𝐚𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐇𝐮𝐧𝐝𝐮,𝐬𝐢𝐢𝐣𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐚𝐦𝐮𝐦𝐚,𝐬𝐢𝐢 𝐣𝐢𝐢𝐛𝐛𝐚𝐚

𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐢𝐟𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐭𝐭𝐚𝐚 𝐧𝐢 𝐢𝐛𝐬𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐝𝐚𝐰𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚
𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐰𝐚𝐥'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐦𝐧𝐚𝐚

𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞
𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐟𝐧𝐚𝐚.
𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐠𝐚𝐭𝐚𝐦𝐧𝐞
𝐃𝐡𝐚𝐥𝐥𝐨𝐭𝐚𝐚𝐟 𝐨𝐥 𝐤𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐰𝐚𝐥 𝐣𝐚𝐣𝐚𝐛𝐞𝐬𝐬𝐢𝐢𝐧𝐚𝐚 📚📲🙏
Ittii fufaa inshaa Allah

Address

Magaalaa Haqoo Kaarraa
Adaba
MUSLIMS��

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hamzaa Aloo kalubee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category