Abuzayid

Abuzayid Abba Milkii

02/06/2026

የኢትዮጵያ ሕዝብ አስደናቂም ተአምረኛም ሕዝብ ነው። ከፈጣሪ በቀር ሕዝባችንን አሟልቶ ሊያውቅና ሊገመግም የሚችል ማን ነው? የዳበረ ባህል፣ ሀገር ወዳድና የወል መሻቱን መጠበቅ የሚችል ሕዝብ መሆኑን በዘንድሮው ምርጫ ዳግም ለዓለም አሳይቷል። በዛሬው ታሪካዊ ዕለት፡-

• የሌሊቱ ብርድና ጨለማ ያላስፈራቸው፣
• የቀትሩ ፀሐይና ድንገተኛ ዝናብ ያልበገራቸው
• ሠርግ፣ ኀዘን፣ ወሊድና ሌሎች ማኅበራዊ ሁነቶች ያላገዳቸው፣
• ረጃጅም ሰልፎች ያላታከታቸው፣
• የአካል ጉዳት ድምጽ ለመስጠት ያልገደባቸው፣
• ሕመም እና እርጅና የሀገር ተስፋን ከማየት ያላገዳቸው፣
• የነገ ሀገር ተረካቢ ጨቅላ ልጃቸውን ማዘል ያላደከማቸው፣
• ከምንም በላይ የጠላት ጩኸትና ማስፈራሪያ ያላስቆማቸው ዜጎች፤

በብዙ ውጣ ውረዶች መካከል (against all odds) ያሳያችሁት ጽናት ለዴሞክራሲና ለሀገር ሕልውና የተከፈለ ነውና ከልብ የመነጨ ምስጋና ይገባቸዋል፡፡

ይሄንን ሕዝብ ማገልገል መታደል ነውና ተመራጮች ያከበራችሁን አክብራችሁ ለዴሞክራሲ ሥርዓት ዋጋ የከፈለውን ይሄንን ሕዝብ በንጽሕና ለማገልገል ያብቃችሁ።

Uummanni Itoophiyaa dinqisiisaafi ajaa'ibsiisaadha! Uumaa malee uummata keenya guutummaan beekuufi gamaaggamuu kan danda'u eenyu? Aadaa gabbataa, uummata biyya jaallatuufi fedhiisaa waloo eeguu danda'u ta'uusaa filannoo baranaatiin irradeebiidhaan addunyaatti agarsiiseera. Guyyaa seena-qabeessa har'aatiin:
- Qorriifi dukkanni halkani kan isaani hin sodaachifne,
- Aduun saafaafi bokkaan tasaa kan isaan jilbeenfachiifne,
- Cidhi, gaddi, da'umsiifi taateewwan hawaasummaa kanbiroon kan isaan dhorkine,
- Hiriironni dhedheeroon kan isaan hin nuffisiifne,
- Qaama miidhamtummaan sagalee kennuuf kan isaan hin daangessine,
- Dhukkubniifi dullumni abdii biyyaa arguuf kan isaan hin dhowwine,
- Daa'imasaanii kichuu bor biyya dhaalu baatanii filuun kan isaan hin dadhabsiifne
- Hundumaa caalaa lammiilee iyyiifi sodaachiifni diinaa isaan hin dhaabsifne,
Ciminni bu'aa bayii hedduu keessatti agarsiiftan gatii diimokraasiifi jiraachuu biyyatiif kanfalame waan ta'eef galata guddaatu malaafi.

Uummata kana tajaajiluun carroomuu waan ta'eef filatamtoonni warra isin kabajan kabajjanii uummata sirna diimookraasiif gatii baase kana qulqullummadhaan tajaajiluuf isin haa gahu.

The people of Ethiopia are an extraordinary and remarkable people. Other than the Creator, who can truly know and assess our people in their entirety? Through this year’s election, Ethiopians have once again shown the world that they are a people with a rich culture, deep patriotism, and the ability to safeguard the common good.

On this historic day:

* Citizens who were not intimidated by the cold and darkness of the night,
* Who were not deterred by the midday sun or sudden rain,
* Whom weddings, funerals, childbirth, and other social obligations did not prevent from participating,
* Who were not wearied by long lines,
* Whose physical disabilities did not stop them from casting their vote,
* Those whose illness and old age did not prevent from witnessing the hope of their country,
* Who were not exhausted by carrying their infant children; the future inheritors of the nation,
* And above all, whom the shouting and threats of enemies could not intimidate or stop;

The perseverance you demonstrated amid many challenges and hardships, against all odds, was a contribution made for democracy and for the very survival of the nation. For this, you deserve heartfelt gratitude.

It is a privilege to serve such a people. Therefore, may those who have been elected honor the trust placed in them and serve this people, with integrity and sincerity! A people who have paid a great price for the democratic system. May you be worthy of that responsibility.

28/05/2026
28/05/2026
06/07/2025

ከብሪክስ መሪዎች ጋር በሪዮ ዲ ጄኒሮ በዚህ አመቱ ጉባኤ ላይ ተገኝተናል። የበለጠ እኩልነት እና ፍትኅ የሰፈነበት ዓለም ለማግኘት ትስስራችንን የበለጠ እናጠናክራለን። የብሪክስ መድረክ የጋራ የልማት እና አለምአቀፋዊ ትብብርን በማሳደግ ረገድ ጠቃሚ ሆኖ ቀጥሏል።

Hooggantoota BRICS waliin Yaa'ii baranaa irratti Riyoo Dii Janeerootti walargineerra. Addunyaa walqixxummaafi haqni caalaatti itti mirkanaa'eef hidhata keenya ni cimsina. Waltajjiin BRICS misooma waloofi walta'insa idil-addunyaa guddisuuf faayida qabeessa ta'ee ittifufeera.

Alongside fellow BRICS leaders at this year’s summit in Rio Di Janeiro. Together, we continue to strengthen our partnership in pursuit of a more equitable and just, world. The BRICS platform remains vital in advancing shared development and global cooperation.

08/06/2025

Paastar Masarat Taayyee tiif; Ati gaggeessaa amantaa Porotestaantii ta'uu ni beekna, amantaa kee babal'ifachuu mirga qabda. Garuu babal'ifachuu kan ittiin dandeessu yoo amantaa namaa kabajje qofaadha. Uffanni amma ati ittiin diraamaa dalagaa jirtu kun uffata kabajamaa Islaamaati. Uaffata kanaan diraamaa hojjachuu mirga hin qabdu. Dubartiin ati ammaa uffata gaddaa kana ofirraa baasi ykn mulqi jettuun tun, Mslimaaa miti, sababbiin isaa, dubartii niqaaba godhattu bakka kana akka hin dhufne harkaa 99/100% dhugaadha.
Lammafaa immoo, Dubartiin Islaamaa niqaaba qofa matarra hin godhattu, shaashii jalaan maratti, Tan ati miidiyaa irratti dhiheessite tun immoo kana hin qabduu beeki, Ta'us namni fedhe waldaa kee dhufuu danda'a, Garuu uffata Islaamaa xiqqeessuun, Islaamummaa xiqqeessuun garaagarummaa hin qabu. Seeraanis nama gaafachiisaa beeki, waan ummata dallansiisu hin raawwatin.

Ummanni Islaamaa fi kiristaanaa walkabajee, amantaa walii kabajee jiraata. Dhimma amantaa wajjiinis walqabatee, Naamusa gaariidhaan waamicha gaarii waliif taasisaanii walbarsiisutti jiran

Walumaagalatti, waamicha waliif godhiun, waliin mari'achuun aadaa bareedaadha, Karaa dhugaa walitti agarsiisuun waan jiru, akka dhuunfaattis yoo walitti aaran rakkoo miti, garuu amantaa namaa arrabsuun rakkoodha, diraamaanis dalaguun rakkoodha, nama gaafachiisa. Amantaa keenya nuuf kabaji, barsiifadhu, waamicha keenyas awwaadhu, diraamaa kees nuraa dhaabi.

08/06/2025
07/06/2025

Address

Addis Ababa

Telephone

+251917203050

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abuzayid posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abuzayid:

Share

Category