17/01/2025
Baga geessan 🎉🎊🎆🎇
Guyyaa muraasa qofa kan turu torban ayyaanaa sababeefachuun parcent 30% yoo Isiniif hiri’isnu gammachuudhaani
✈️Boolee buufata xiyyaaraatti dhiyaatee kan argamu Filannoo namoota baayyee kan ta’e manneen jireenyaa Mijataa ta,aniifi manneen daldalaaf ta’an kan of Keessaa qabu
🏠Dispora Block Gatii madaalawaa ta’een gurgurtaaf baasnee ture, namoonni baayyeen fayyadamoo ta’aniiru
👉Baankii 40/60 kan qabu
👉kaffaltii jalqabaa persentii 8% qofa kan ta’e
👉Studiodhaa hanga abbaa ciisa 4tti
👉Bakka Oolmaa daa’immanii kan qabu
👉Bakka biishaan daakaa kan qabu
👉Bakka balfaan itti gatamu kan qabu
👉 Biishaan lafaa jalaa kan qabu
👉Filannoo Kaaree barbaaddaniin Koottaa mana keessan godhadhaa
Bakki itti Argama Keenyaa Labuu Maabiraatii
Odeefannoo daabalataaf Lakkii:- 0930606623