18/12/2024
π Namoota mana viilaa barbaadaniif oduu gammachiisaa! π
π‘ Manneen Viilaa fi G+1 ganda mana jireenyaa nagaa fi qilleensa qabeessa ta'e keessatti.
π· gatii baayyee madaalawaadhaan
βοΈ Kaffaltii dursaa Birrii 1,681,00 irraa eegalee
π‘ Viilaa iskuweer 200 fi G+1 kutaa ciisichaa 3 fi 5 kan qabu
π‘ Viilaa iskuweer 400 fi G+1 kutaa ciisichaa 6 fi 8 kan qabu βοΈ Manneen %95 xumuramanii fi battalumatti galtanii keessa jiraachuu dandeessanis isiniif dhiheessineerra.
π― Hubadhaa manneen ji'a 6 keessatti xumurree maamiltoota keenyaaf dabarsinee ni kennina.
π Ammumaa nuuf bilbilaa
π 0977676767
"Damla Riil Isteeti isinii fi maatii keessaniif".