17/08/2025
Oduu hammenya,
OPDO/PPn Qeerroon kana Shawaa lixaa Ginchii biyyaa gotta wayyaane maqaletti galchee keesaatti RIB ajjeefte eega magalaa Ginchi keesaa goototaani ummataatti agarsosaani booda gataani bineensaa niyachisaani isaa boodas magalaa keesaa naneesaani gototaa olan jedhama konkolaataa dhan . Kun du'aa ummata oromoo duwwaa dha. Ummatnii Gincii isaa dhaqee ? Gafii guddaa dha.
Waan oromoon keesaa jiruu wagaa 7 gutuu jiryenaa fafa Minilikiin irraatti hin ojanee taa'u isaatti. eega maal godhu. Farsee bulaan amma magalaa magalaa keesaa tarkanfiin itti fudhatamu itti ummanii kee naa garaa jabeenya dhan sirnaa nama nyaata kanaa akkumaa dhumutti itti fufuaa yaa Qeerroo yaa qarree biyyaa Haaluu hundessaa, biyyaa goototaa kaa'i falmadhu yeroon'ke osoo osoo hindhummin .
RIP ❗