Obsa kisi

Obsa  kisi Kiristaanummaan Lubbu koo
Oromuummaan Dhiigaa koo
Kan lachuunu nattii dhufee
Dinaa koo

26/02/2024
19/10/2022

osoo hin hubatiin hin kolfiinaa👌
________________________________

Namicha Ijaan hin argine tokkotu galgalaan Baatirii Ibsatee ofii isaa immoo ulee isaatiin karaa ilaallachaa adeema.
Namoonni baay'ee Namicha kana ilaalanii itti kolfu turan.

Dargaggoonni tokko Namicha ija hin qabne kanatti dhiyaatanii , '' Namichuu Ija hoo hin qabdu Maalif Baatirii ibsitee deemta ?Jedhanii itti kolfaa ;ummanni kun sitti kolfaa jira'' jedhaniin.

Namichi ijaa hin qabne'' warra kolfaa jiraniin, adda hin baafatiin hin kolfiinaa jedhaanii👌 isinis adda baafadhaa kolfaa jedheen!

''Ani ija akka hin qabne beekamaadha garuu isin warra ija qabdaniifan ibsaa jira jedheen.
Dargaggoonnis, Afaan isaanii qabatanii dhiifama gaafatan.

tokko tokko ati hojii gaarummaa namaaf gootullee si hubachuu dhiisuu malu
Garuu, ati waan gochaa jirtuuf beeki!
********//**********

14/10/2022

GORSA MANGUDDOO/JAARSAA/ OROMOO
=====================================

✓ Abjuun kee osoo nama hin miidhin ykn nama hin balleessin guddachuu akka dandeessu yaadadhu.

✓ Namoonni kaan yommuu ka'an atillee ka'uu akka dandeessu fi si kaasuuf gadi bu'uu akka hin qabne yaadadhu.

✓ Gidiraa/Rakkoon/ warra kaaniitti gammaduun gammachuu dhugaa akka
siif hin fidne yaadadhu.

Gindoo dhaaf Sagalee ta'a yaa 70
04/08/2022

Gindoo dhaaf Sagalee ta'a yaa 70

25/06/2022

Gafiif Deebi Darartuu Wollin Dawaadhaa

26/05/2022

media media media

Address

Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsa kisi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share