Gamtaa Dargaggoota Diin Islam

Gamtaa Dargaggoota Diin Islam Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gamtaa Dargaggoota Diin Islam, Real Estate, Chelenko, Ch'elenk'o.

18/09/2025

☝️👍
Ergamaan rabbii Nabi Muhammad nagaafi rahmanni isarra haa jiraatuu gaafa beeytal maqdiis irraa gara samii olbahan hoggaa arshii rahmaan bira gahe kophee isaa baafachuu barbaade rabbiin abbaan jabeenyaa isatti lallabee maaliif kophee tee baafatta? jedheen

Ergamaan rabbii nabi mohammad {S A W}akkana jedhe yaa rabbii kiyya niin sodaadhe nadeebisuu ammas, deddeebi'iinsa hedduu naan jedhamuun sodhaadhe akkuma obboleessa kiyya muusaan jedhame!

Isatti lallabame yaa muhammad yoo muusaan fedhe ati fedhamaadha yoo muusaan jaalate ati jaalatamaadha yoo muusaan barbaade ati barbaadamaadha siitu dhiyaataadha siitu jaalatamaadha nagaafadhu waan jaalattu ani siif dhageyaadha siif awwaataadha.

Ergamaan rabbii kabajamaan akkana jedhan Yaarabbi ani siin kadhadhu haadha tiyya Aaminaa tan nadeesse ammas, haliimaa tan na hoosifte naguddifte ammas intala tiyya faaximaa siin kadhadhu kaniin ani sikadhadhu UMMATA kiyya jedhe Ergamaan rabbii ❣S A W ❣

Rabbiin {S W} Akkana isaan jedhe yaa nabiyyii rahmataa maaltu akkanatti siyaachise ummata kanarraa ummanni kee uumaa dadhabaadha ani RABBII LAXIIFA ati Nabiyyii shariifa dadhabaan hin miidhamu jidduu shariifaa tii fi jidduu laxiifaatti jabeenya kiyyaa fi guddina kiyyaan kakadhe addaan qooda qiyaamaa jidduu kiyyaa fi jidduu keetitti bakka lamatti ati ummata kiyya jetta ani rahmata kiyyaan rahmata kiyyaan jedha.



Beeytaa maaliif dirqama sirratti taha share godhuun?! Sababaan namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama. Akka sibiratti dhaabbatu hin taasisin namni keeyrii irratti nama qajeelchu akkuma nama dalageeti.
Dubbisii Yeroo xumurte salawaata buusi Nabiyyii irratti 💚صلی اللہ علیہ وسلم ..💚Jazaakumullaahu keeyran ..🍃

Barreeffama kana erga dubbistanii xumurtan boodaan waliif Share godhaa.

28/08/2025

Ustaz nu seeqaachifte allamagan 😁😁

23/08/2025

🌿 Gabaasa gammachiisaa 🌿

Obboleessi keenya tokko maqaan isaa akka beekkamu hin feene, biyya Australia 🇦🇺 irraa deeggarsa badhaasa konkolaataa Ustaaz Xaalibuu bituuf deeggarsa guddaa mallaqa kuma dhibba tokkoo fi kudhan (110,000) gumaacheera.

✨ Dhiirri Diinii fi Hojjattoota Diiniitiif Ispoonsara taatu har’allee jiraachuu isaa ragaa guddaa ta’eera.

🕊️ Rabbiin qabeenyaa fi jireenya isaa barakaan haa bareechu. Caaltuun galataa Jaalalaa fi Jannata Rabbiiti, Rahmaan isa haa badhaasu.

——-
Hub:
Namootni kennachuuf karoora qabdan dafaa badhaasa seenaa kanatti makamaa.
Warrootni of qabdanis waan niyyattan ofirraa galchuun amaanaa isinitti haa tahu.

😁😁
23/08/2025

😁😁

“ Hanga danda’ameen Jannata galuuf yaalaa jira ”
–– jedhe Donald Trump 🤔😅

👉🏽 Yoo Tramp jannata galuuf yaalaa jira ta’e, nuti immoo maal gochuu qabna? ✨

😇🚪👣➡️🌸 Jannata keessa seenuuf hojii gaarii fi rahmata Rabbii malee xaxni siyaasaa ni gargaaraa ree 😂🗳️🔥

23/08/2025

Address

Chelenko
Ch'elenk'o

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gamtaa Dargaggoota Diin Islam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category