Waliif Broker - Dire Dawa

Call Directions Website Contact the business

Waliif Broker - Dire Dawa Tajaajila bittaa fi gurgurtaa lafa fi mana seera qabeessaa ariifachiisaaf nu qunnamaa!!

MANAGURGURAAMU    Mana L SHAPE gurgurtaa qulqullina olaanaan ijaarame☆Bakki     ■Ballina kaaree 280m2 ◇Salon 1, bedroom ...
19/09/2026

MANAGURGURAAMU

Mana L SHAPE gurgurtaa qulqullina olaanaan ijaarame
☆Bakki
■Ballina kaaree 280m2
◇Salon 1, bedroom 4, kitchen 1, toilet & shower 2 (alaa fi keeysa). Akkasumas bakka dhaabbii konkolaataa 2 ni qaba.
$ Gatiifi odeeffaannoo dabalataaf nu qunnamaa
Kanaaf mana kanaafi kan biraas dabalatee keeysaa namni bitachuu barbaaddan nu qunnamaa isin tajaajilla.
Namoota biraas akka nuuf gahuu Waliif Broker - Dire Dawa nuuf godhaa!


093 084 4241


MANA VILLA GURGURTAA  Mana Villa gurgurtaa qulqullina olaanaan ijaarame       ■Ballina kaaree 250m2◇Salon 1, bedroom 6, ...
18/09/2026

MANA VILLA GURGURTAA

Mana Villa gurgurtaa qulqullina olaanaan ijaarame

■Ballina kaaree 250m2
◇Salon 1, bedroom 6, kitchen 2, toilet & shower 4 (alaa fi keeysa). Akkasumas bakka dhaabbii konkolaataa 1 ni qaba.
$ Gatiin 18M nuuf bilbilaa.
Kanaaf mana kanaafi kan biraas dabalatee , keeysaa namni gurgurachuus tahee bitachuu barbaaddan nu qunnamaa isin tajaajilla.
Namoota biraas akka nuuf gahuu Waliif Broker - Dire Dawa nuuf godhaa!


093 084 4241

Bakka Dalagaaf Taatutti kan Argamu Mana Gurguramu   》Plot For Sale 350m2☆Kan itti argamu  (train station) haarawa bira k...
17/09/2026

Bakka Dalagaaf Taatutti kan Argamu Mana Gurguramu
》Plot For Sale 350m2
☆Kan itti argamu (train station) haarawa bira karaa ispaaltii guddarratti argama
☆Ballina kaaree 350m2 kaartaa qaba
☆Bakka dalagaaf taatu bakka bareeddutti argama
☆Gatii fi odeeffaannoo dabalataaf nu qunnamaa
》Kanaafi kan biraa bitachuufis tahee gurgurachuuf Waliif Broker - Dire Dawa godhaa
093 084 4241

Dalagaaf kan tahu Lafa Gurguramu   Plot For Sale In Bishoftu on main Road access ✅️DETAILS OF THE PLOT☆Plot Size: 3000 s...
16/09/2026

Dalagaaf kan tahu Lafa Gurguramu
Plot For Sale In Bishoftu on main Road access
✅️DETAILS OF THE PLOT
☆Plot Size: 3000 sqm
☆ Good main road access
☆ 35M Negotiable
For viewing arrangements please
☎️Call/WhatsApp 093 084 4241



15/09/2026

Ni Kireeffama For Rent
☆Mana Viillaa Kiraa mooraa Guutuu
☆Kan itti argamu Dire Dawa Toni Gara ganda AbdiiBoruu bakka bareedatti argama
☆Waliigala gara kutaalee 10 of keeysaa qaba
☆Viillaan Salon 1 fi kutaalee hirriibaa 4, duubaa service 5 qaba.
☆Gatiin ji'aan 60k

Kanaaf mana kanaafi kan biraa kireeffatuu fi kireeysuufis tahee akkasumaas bitachuufis tahee Gurgurachuuf Waliif Broker - Dire Dawa qunnamaa isin tajaajilla

093 084 4241

MANA GURGURAMU for sale Mana gurgurtaa qulqullina olaanaan ijaarame☆Bakki DirreeDhawaaSabiyan goro   bira   fuula dura■B...
14/09/2026

MANA GURGURAMU for sale
Mana gurgurtaa qulqullina olaanaan ijaarame
☆Bakki DirreeDhawaaSabiyan goro bira fuula dura
■Ballina kaaree 200m2
◇Salon 2, bedroom 2, kitchen 1, service 1, toilet & shower 3 (alaa fi keeysa). Akkasumas bakka dhaabbii konkolaataa 2 ni qaba.
$ Gatiin 10M
Kanaaf mana kanaafi kan biraas dabalatee keeysaa namni bitachuu barbaaddan nu qunnamaa isin tajaajilla.
Namoota biraas akka nuuf gahuu Waliif Broker - Dire Dawa nuuf godhaa!


093 084 4241

NI KIREEFFAMA FOR RENT ☆Kan itti argamu   industrial_Zone fuuldura ☆kaaree 250m2☆Rooms 6, fi toilet 2 fi kitchen 1 qaba....
13/09/2026

NI KIREEFFAMA
FOR RENT
☆Kan itti argamu industrial_Zone fuuldura
☆kaaree 250m2
☆Rooms 6, fi toilet 2 fi kitchen 1 qaba.
☆bakka Parking 2 ni qaba.
☆Gatiin kiraa ji'aan 50k nama waggaa 1f kafalu yoo tahe filatama!
Namoonni barbaaddan nu qunnamuu dandeessu

093 084 4241

MANAGURGURAAMU☆Gatiin 4.5M☆Kan itti argamu      ☆Ballina kaaree 200m2 (Gillimaheder qaba)☆Bittuun dhugaa qofti nuuf bilb...
13/09/2026

MANAGURGURAAMU
☆Gatiin 4.5M
☆Kan itti argamu
☆Ballina kaaree 200m2 (Gillimaheder qaba)
☆Bittuun dhugaa qofti nuuf bilbilaa
Mana kanaafi kan biraas dabalatee bitachuuf tahee gurgurachuuf Waliif Broker - Dire Dawa qunnamaa isin tajaajilla.
093 084 4241

12/09/2026

NI KIREEFFAMA

☆Kan itti argamu fuuldura
☆kaaree 250m2
☆Rooms 6, fi toilet 2 fi kitchen 1 qaba.
☆bakka Parking 2 ni qaba.
☆Gatiin kiraa ji'aan 50k nama waggaa 1f kafalu yoo tahe filatama!
Namoonni barbaaddan nu qunnamuu dandeessu

093 084 4241

Bittaa fi Gurgurtaa lafaa fi manaa seera qabeeysaa fi ariifachiisaa argachuuf akkasumas   qabdan irratti design mataa ke...
10/09/2026

Bittaa fi Gurgurtaa lafaa fi manaa seera qabeeysaa fi ariifachiisaa argachuuf akkasumas qabdan irratti design mataa keeysaniin Jaarrachuu fi mana ijaarrataa jirtanii fi ijaarratuuf yaaddaniif gatii madaalawaan yeroo gabaabatti argachuu warri barbaaddan Waliif Broker - Dire Dawa qunnamaa isin tajaajilla

093 084 4241

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waliif Broker - Dire Dawa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waliif Broker - Dire Dawa:

Shortcuts

Share