مركزالاءزهار Markazul AZhaar

مركزالاءزهار Markazul AZhaar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from مركزالاءزهار Markazul AZhaar, Real Estate, 3000, Dire Dawa.

📖 ﴿ دورة مخارج الحروف وصفاتها ﴾ ✨🌼👩‍🏫 تقدّمها: أ/ منال كامل 🌸🎓 شهادة اجتياز بإذن الله 🤍💗 الدورة خاصة بالنساء فقط 💗— إدار...
23/12/2025

📖 ﴿ دورة مخارج الحروف وصفاتها ﴾ ✨🌼
👩‍🏫 تقدّمها: أ/ منال كامل 🌸
🎓 شهادة اجتياز بإذن الله 🤍
💗 الدورة خاصة بالنساء فقط 💗
— إدارة قناة التجويد الميسر �
🌸 أ / أمل الصاوي🌸

  kuno arraas Wagga geenyee jirra 🎓🎓🎓🎓🎓🔮🔮✨️February 5 Eyba Barattoota Qura,aana xumuranii Akkasuma kitaabota garagaraa 🔮...
22/12/2025

kuno arraas Wagga geenyee jirra 🎓🎓🎓🎓🎓🔮🔮✨️
February 5 Eyba Barattoota Qura,aana xumuranii Akkasuma kitaabota garagaraa 🔮

Kabajamtoota hawasa muslima baga gammadan baga gammanne azhar kunoo arraas marsa 3ffaa barattoota isaa huruufaafii qura,ana kan xumuran eybisiisuuf qophii barbaachisu hunda xumuree jira nurraan hafinaa isiniin Janna waamicha obbolumma kan onnerra burqe kabajaafii jaalalan isin afeerree jirra❣️🙏🏿🙏🏿

  azhaar yero amma tana   fedha rabbiitiin as geenye jirra 💖😘 barachuu feenan wahuma feetehu hulaan keenya isiniif banad...
19/07/2025

azhaar yero amma tana fedha rabbiitiin as geenye jirra 💖😘 barachuu feenan wahuma feetehu hulaan keenya isiniif banadha ✅️🫡

♥️ إِتْقانُكَ لِتَجْوِيدِ وَتِلَاوَةِ وَحِفْظِ القُرْآنِ يَبْدَأُ مِنْ هُنَا👇🏻۞ حِفْظُ القُرْآنِ مَجَّانًا بِدُونِ نِسْي...
19/07/2025

♥️ إِتْقانُكَ لِتَجْوِيدِ وَتِلَاوَةِ وَحِفْظِ القُرْآنِ يَبْدَأُ مِنْ هُنَا👇🏻
۞ حِفْظُ القُرْآنِ مَجَّانًا بِدُونِ نِسْيَان۞

Alhamdulihi kuno arraas Wagga geenyee jirra 🎓💓Kabajamtoota hawasa muslima baga gammadan baga gammanne   azhar kunoo arra...
26/07/2024

Alhamdulihi kuno arraas Wagga geenyee jirra 🎓💓
Kabajamtoota hawasa muslima baga gammadan baga gammanne azhar kunoo arraas marsa 3ffaa barattoota isaa huruufaafii qura,ana kan xumuran eybisiisuuf qophii barbaachisu hunda xumuree jira nurraan hafinaa isiniin Janna waamicha obbolumma kan onnerra burqe kabajaafii jaalalan isin afeerree jirra❣️🙏🏿🙏🏿

Dirree Dhawaa Sagantaa Afxiraa Guyyaa arraantanaa sagantaa Afxiraa kan ji'a ramadaanaa kabajamaa oolmaya 3ffaa jaalalaan...
13/03/2024

Dirree Dhawaa
Sagantaa Afxiraa

Guyyaa arraantanaa sagantaa Afxiraa kan ji'a ramadaanaa kabajamaa oolmaya 3ffaa jaalalaan tokko jennee jalqabnee jirra. Soomanni kun kan Biyya teenyaaf Nagaya, Dirree Dhawaa teenyaaf guddina, dhala namaatiif fayyaa fi barakhaa - ittiin kadhannu fi walgargaarsaan kan miidhage nuuf haa tahu!

✍🏾 kabajamoo Kantiibaa Keenya Kadir Juhar 🤩🙏

09/02/2024

ANA DHUFU NASHIIDA MARKAZUL AZHAR 🎓🏝❣️
COMING SOON 🎓 OBOLLEWAN KEENYA MARKAZ AZHAR SAGANTA EYBA NASHIIDA MARKAZA WAAN QABUUF FEBRUARY ! 23 HUNDA KEYSANUU KABAJAAFII JAALALAN ISIN AFEERE JIRA🏝❣️🙏🙏

GALATOOMA 🙏

COMING SOON 🎓🎓❣️        NASHIIDA MARKAZUL AZHAR ANA DHUFU NASHIIDA MARKAZUL AZHAR🙏🎓🎓❣️
03/02/2024

COMING SOON 🎓🎓❣️
NASHIIDA MARKAZUL AZHAR
ANA DHUFU NASHIIDA MARKAZUL AZHAR🙏🎓🎓❣️

COMING SOON 👌💕   EYBA NASHIDA MARAKAZUL AZHAR ANA DHUFU ❣️
13/01/2024

COMING SOON 👌💕
EYBA NASHIDA MARAKAZUL AZHAR ANA DHUFU ❣️

Address

3000
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when مركزالاءزهار Markazul AZhaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category