Abdi

Abdi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdi, Real Estate, Walagga, Gimbi.

26/04/2026
01/04/2026

🔥 10 Mallattoo Namoota Jibbaa fi Inaaffaan Si Ilaalan! 👇
1.​Maqaa Si Balleessu 😒: Maqaan kee gaarummaan akka hin waamamneef si xureessu.

2.​Gaarummaan waamamuu kee hin fedhan 🙄: Namoonni biroo waa'ee kee gaarii akka dubbataniifi si ajaa’ibsiifatan hin fedhan.

​3.Summii Yaadaa Facaasu 🧠☠️: Sammuu namootaa keessatti waa'ee kee ilaalcha badaa (negative) uumuun akka si jibbaniif dhiibbaa godhu.

​4.Dandeettii kee Tuffachiisu 😤: Beekumsaa,ciminaafi dandeettii kee akka waan hiika hin qabneetti zeeroodhaan baay’isuun hanqinaafi dogoggoroota kee sakatta’uun qindeessanii gabaasuun akka ati tuffatamu si godhu.

​5.Ilaalcha Gaarii Namoonni Siif Qaban Booressu 💔: Namoota ilaalcha gaarii siif qaban hunda gara jibbaatti jijjiiruuf tattaaffatu.

​6.Hojii Gaariikee Xureessu 🎭: Hojii kee isa gaarii akka waan hamaa ta’eetti fakkeessanii dhiyeessu.

​7. Si Kopheessuun Namarraa Si fageessu 🚷: Namoota sitti dhihaatan sirraa fageessuun akka ati gargaarsa dhabdee qophaatti haftu gochuuf yaalu.

​8.Egereekee Danqu 🚧: Karooraafi mul’atakee tilmaama keessa galchuun gufuu sitti ta’uun daandii milkaa’inaa sitti cufuuf qophii godhu.

​9.Aangoo Sirratti Qaban Yoo ta’an Si Miidhu ⚖️😡: Yoo si gubbaa jiraatan, si adabuun akka waan balleessituu taatetti namoota biroof fakkeenya godhanii sitti agarsiisu.

10.​Tarkaanfii kee Dhaabu ⛔🚫: Milkaa'ina fuuldurakee gufachiisuuf karaa hundaan hulaa sitti cufu.

👉 Garuu yaadadhu 💡: Ati yoo jabaatte 💪, milkaa’iinsi kee deebii isaanii isa guddaadha! ✨

Address

Walagga
Gimbi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category