30/08/2024
Hojii Barnootaarratti
# # # # # # # #
Hagayya24/2016, Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojii baruu barsiisuu bara 2017 milkeessuuf hojiilee Tajaajila lammummaan ganna keessa hojjetamaa turaniifi Galmee Barattootaa Hagayya 27/2016 jalqabu irratti miidiyaaleef ibsa kenneera.
Hoogganaa Itti Aanaa BBO Obbo Girmaa Baayisaa akka jedhanitti bara Barnootaa 2017tti barattoota mil.12 ol ta’an barsiisuuf qophiin gahaan ganna keessa taasifamaa turuufi Galmeen Hagayya 27/2016 guutuu Oromiyaatti akka jalqabu ibsaniiru.
’imman Umrii 5fi6;
’imman Umrii 7 haaraa barnootaaf qaqqabe simataman;
siistama Barnootaa keessa turan hunda;
sababa garaa garaan barnoota addaan kutanii turan gara mana barumsaatti akka dhufaniif
Barnootaa Amantaa, Gadaa, Jaarsoliin Biyyaafi kanneen biroo ijoolleen barnootarraa akka hin hafneef tumsa gochuu akka qaban Obbo Girmaan Dhaamaniiru.
Itti Dabaluunis Ganna Keessa Hojii Tajaajila Lammummaan Hojjetamaa Ture;
Bu'uura Boruu,
Barsiisotaa,
Sad. 1ffaa,
,
(ICT Center) aanaalee keessatti hundeessuu
, , kkf
manneen Barnootaa guddisuufi midhaan nyaataa barattootaaf haalli akka mijatu gochuu;
sagantaa cimsaa ta'e akka_kennamu taasisuu
Raawwachiistummaa barsiisotaafi Manneen Barnootaa Yuunivarsiistiifi Kolleejjii Barnootaa Barsiissotaa Keessatti akka kennamu gochuu
ganna keessa hojjetamaa ture ta’uu Obbo Girmaan ibsaniiru.
Akkasumas Barattootaa kan Sad.1ffaa miil.2 ta’u ganna kana keessa raabsamuunis ibsameera.
waliigalaatti karoora Biiroon Barnootaa bara 2017tti barsiisuuf qabate milkeessuuf namo