Communication Bulchiinsa Aanaa Dirree Xayyaara

Communication Bulchiinsa Aanaa Dirree Xayyaara Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Communication Bulchiinsa Aanaa Dirree Xayyaara, Real Estate, Harer.

BULCHIINSA AANAA DIRREE XAYYAARAA         🔹️💠🔹️🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️🔹️**Bulchiinsa aanaa dirree xayyaraa guyyaa har...
09/12/2021

BULCHIINSA AANAA DIRREE XAYYAARAA
🔹️💠🔹️🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️💠🔹️🔹️
**Bulchiinsa aanaa dirree xayyaraa guyyaa har'aa sadasa
30/03/04 Bulchaan Bulchiinsa aanaa dirree xayyara
Kab/Obbo Zakkariyyaa Abbas akkasuma itti gafatamaa
wajjira paartii badhaadhina aanaa dirre xayyaaraa
Kab/obbo mahammed Jamaal buufata fayya hassangeyeetti argamuudhaan leenjii marsaa 2ffa
hojjatoota kutaa wal'aansarra hojjataniif kannamaa
jiru guyyaa 4ffa isaa keessatti argamuudhaan laalaniti
jiru.

09/12/2021
BULCHIINSA AANAA DIRRE XAYYAARAA ✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅     Sadaasa 30/3/2014$$^^^Leenjiin baruu barsiisu supavizaroota ...
09/12/2021

BULCHIINSA AANAA DIRRE XAYYAARAA
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
Sadaasa 30/3/2014
$$^^^Leenjiin baruu barsiisu supavizaroota akkasuma
durabuu'oota manneen barnoota ikispartoota hirmachise Bulchiinsa Aanaa dirree xayyaaratti
bakka bulchaan bulchiinsa Aanaa dirree xayyaara
kab/OBBO ZAKKARIYYAA ABBAS akkasuma keesumma
nannioorra KAB/OBBO SAID argamanitti Leenjiin
kannamaati jira.

09/12/2021
BULCHIINSA AANAA DIRREE XAYYAARA SADAASA 30/32014🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟨🟨🟨🟨🟨Bakka bulchaan bulchiinsa Aanaa dirree xayyaara Kab.Obb...
09/12/2021

BULCHIINSA AANAA DIRREE XAYYAARA
SADAASA 30/32014
🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟢🟨🟨🟨🟨🟨
Bakka bulchaan bulchiinsa Aanaa dirree xayyaara Kab.Obbo ZAKARIYYAA ABBAS Akkasuma A/N bulchaa Bulchiinsa aanaa dirre xayyaara Kab.Obbo TAAJIR SHAAMEE IGWQADX Kab.obbo Kadiir Abdii fi kaabinoonni aanaas marii kanarratti argamaniiti jiran mariin kunis
Marii hojjii misooma irraattii yeroo ammaa gamaggamaa gaggeessaa jiraa.

BULCHIINSA AANAA DIRRE XAYYAARAA 🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣SADAASA 29/3/2014**Bulchiinsa Aanaa dirree xayyaaratti    Waajjirri eeg...
08/12/2021

BULCHIINSA AANAA DIRRE XAYYAARAA
🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣
SADAASA 29/3/2014
**Bulchiinsa Aanaa dirree xayyaaratti Waajjirri eegumsa fayyaa bulchiinsa
Aanaa dirree xayyaaraa Karoora guyya
Dhibba100 qorannoo fii gamaaggammii
Guyyaa 10ffa erga laalee booda akkaata
Ittin deemamaa jiru qorachuudhaan
hanqinootaa fii ciminoota jiran adda
bassee qorachuudhaan kallatti ka'eeti jira.
xumurarrattis guyyoonni hafan xiyyeefann
oo akka barbaadu itti gafatamaan waajjira
fayyaa bul/aanaa dirree xayyaaraa kab/obbo Caalaa Mahammed dubbataniiti jiru.

BULCHIINSA AANAA DIRREE XAYYAARA 🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🟩🔵🔵🔵🔵🔵🔵 Sirnaa Eeybaa leenjii gachana sirnaa.Sadasa 28/03/04 Bulchiinsa aanaa...
08/12/2021

BULCHIINSA AANAA DIRREE XAYYAARA
🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🔵🟩🔵🔵🔵🔵🔵🔵
Sirnaa Eeybaa leenjii gachana sirnaa.
Sadasa 28/03/04 Bulchiinsa aanaa dirree xayyaaraa
jalattii kan argaman araddoonni 6 irraa namoonni
dhibba 600 leenjii gaachana sirnaa fudhachaa turn
guyyaa har'aa eeybifamaniiti jiru.

BULCHIINSA AANAA DIRREE XAYYAARA Sadaasa  28/3/2014============""""""""""""""""===/////////////////Hojiiwwan jallisii mi...
07/12/2021

BULCHIINSA AANAA DIRREE XAYYAARA
Sadaasa 28/3/2014
============""""""""""""""""===/////////////////
Hojiiwwan jallisii misooma qonnaa Bulchiinsa aanaa dirre xayyaara keessatti jallisii bona baranaa marsaa 1ffaa hojii hojjatame qabatamaan suuraadhan agarsiise jira

Akkasumas gara miidiyaatin waajjirri dhimmoota kominikeeshini naannoos hojii hojjatame qabatamaan guyyaa arraa iddoo hojiin jallisi bona hojjatametti argamaniiti daawwataniiti jiran.

Naannoo Hararitti Leenjiitoonni Gaachana Sirnaa guyyaa boruu ni eebbifamu.Naannoo Hararitti Leenjiitoonni Gaachana Sirna...
06/12/2021

Naannoo Hararitti Leenjiitoonni Gaachana Sirnaa guyyaa boruu ni eebbifamu.

Naannoo Hararitti Leenjiitoonni Gaachana Sirnaa kumni 5 fi 400 guyyaa boruu ni eebbifamu.

Naannoo keenyattiis tahe biyya keenyaaf nageenya waaraa fi olaantummaa seeraa mirkaneessudhaaf Gaachana Sirnaa ijaaruun murteessaa dha.

Wareegama yeroo dheeraa booda abbaa biyyummaa ummanni keenya argate harkaa baasanii diina harkatti deebisuuf jeequmsa gochuuf hojjatamu fashaleessuun ummanni nageenya naannoo isaa karaa gurmaa'een eeggachuuf sochii qaamaa fi akkaataa itti fayyadama meeshaa waraanaas tahe dambii waraanaa irratti haala nama dinqisiisuun araddoota baadiyyaa fi magaalaa naannoo keenyaa hunda keessatti guyyoota 15 'f leenji'aa turan guyyaa boruu ni eebbifamu.

Address

Harer
FFE

Telephone

+251928180401

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Communication Bulchiinsa Aanaa Dirree Xayyaara posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category