Waldaa mo'icha wangeelaa

Waldaa mo'icha wangeelaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa mo'icha wangeelaa, Real Estate, Holeta.

𝑯𝒂𝒓'𝒂 𝒔𝒂'π’‚π’‚π’•π’Šπ’Š 9:00 π’†π’†π’ˆπ’‚π’π’†π’† π’Œπ’π’π’•π’•π’‚ π’Šπ’•π’•π’Š π’†π’†π’ƒπ’ƒπ’Šπ’‡π’‚π’Žπ’‚π’‚..π’π’π’π’Šπ’π’† π’Šπ’Žπ’ π‘Ήπ’π’π’Ž
16/01/2024

𝑯𝒂𝒓'𝒂 𝒔𝒂'π’‚π’‚π’•π’Šπ’Š 9:00 π’†π’†π’ˆπ’‚π’π’†π’† π’Œπ’π’π’•π’•π’‚ π’Šπ’•π’•π’Š π’†π’†π’ƒπ’ƒπ’Šπ’‡π’‚π’Žπ’‚π’‚..π’π’π’π’Šπ’π’† π’Šπ’Žπ’ π‘Ήπ’π’π’Ž

  Ayyaana dhalachuu Gooftaa keenya   sin ga'e!Ergamichi garuu, β€œHin sodaatinaa! Kunoo, ani misraachoo gammachuu guddaa i...
07/01/2024

Ayyaana dhalachuu Gooftaa keenya sin ga'e!
Ergamichi garuu, β€œHin sodaatinaa! Kunoo, ani misraachoo gammachuu guddaa isinittan hima'o, kunis saba hundumaaf kan ta'uu dha. Har'a mandara Daawititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni immoo Kristos goofticha. ”
Luqaas 2:10-11

  si hidhe yoo si caale inni si hiiku hunda caala. Eegduun sunis ajaja akkanaa fudhatee, kutaa mana hidhaa isa gara kees...
22/12/2023

si hidhe yoo si caale inni si hiiku hunda caala.


Eegduun sunis ajaja akkanaa fudhatee, kutaa mana hidhaa isa gara keessaatti isaan galchee, miilla isaaniis jirma ulfaataa lama gidduutti jabeessee hidhe.

Gara halkan walakkaatti Phaawulosii fi Siilaas Waaqayyoon kadhatanii faarfatan; warri hidhaman immoo isaan in dhaggeeffatu turan. Dingatas hamma hundeen manicha hidhaa raafamutti socho'i lafaa guddaan ta'e; achumaan balbaloonni manicha hidhaa hundinuu banamanii, hidhaan warra hidhamanii hundinuus in hiikaman.
Hojii Ergamootaa 16:24-26

Waaqayyo ulfina haa fudhatuKonfiraansii waldaa keenya waldaa mo'icha wangeelaa magaalaa Holotaatti akkasiin waaqayyo nu ...
16/12/2023

Waaqayyo ulfina haa fudhatu
Konfiraansii waldaa keenya waldaa mo'icha wangeelaa magaalaa Holotaatti akkasiin waaqayyo nu eebbisaa jira.ammallee harki waaqayyo nu waliin jira.

Ayyaanni guyyaa shantammaffaa inni β€œPhenxeqostee” jedhamee beekame yommuu ga'e, hundinuu iddoo tokkotti walitti qabamanii turan. Dingatas huursaan waaqa irraa akka bubbee bubbisuutti dhaga'amee, manicha isaan keessa jiranis guute. Arraba ibiddaa kan fakkaatan isaanitti mul'atan, gargar tamsa'aniis, wanti akka arraba ibiddaa kun tokkon tokkon isaanii irra taa'an. Yommus hundumti isaanii Hafuura Qulqulluudhaan guutaman; akka hafuurri dubbachuu isaa isaaniif kennetti, afaan garaa garaa dubbachuu jalqaban.
*Hojii Ergamootaa 2:1-4

  ishii hundaaf Guyyaa boruu Roobii-Dilbataa tti kootta itti eebbifamaa  duubatti argamna
12/12/2023

ishii hundaaf Guyyaa boruu Roobii-Dilbataa tti kootta itti eebbifamaa

duubatti argamna

  eebba waaqayyooti!
11/12/2023

eebba waaqayyooti!

09/12/2023
"Wanta aduu jalatti hojjetamu hundumaa keessaa inni hamaan isa namoonni hundinuu dhuma tokkicha argatanii dha; kanuma ir...
08/12/2023

"Wanta aduu jalatti hojjetamu hundumaa keessaa inni hamaan isa namoonni hundinuu dhuma tokkicha argatanii dha; kanuma irratti iyyuu garaan ilmaan namootaa hamminaan guutuu dha, bara jiraatan hundumaattis maraatummaan garaa isaanii keessa jira; kana booddee immoo in du'u. Garuu warra jiraatan gidduu kan jiraatu abdii qaba; leenca du'e irra saree jiru wayya.
*3 Lallaba 9:3-4

  WAAQAYYOO SINIIF HAA BAAYYATU..Waldaan keenya waldaan mo'icha Wangeelaa Guyyaa 3-7 tti  addaa qopheessitee waan jirtuu...
06/12/2023

WAAQAYYOO SINIIF HAA BAAYYATU..Waldaan keenya waldaan mo'icha Wangeelaa Guyyaa 3-7 tti addaa qopheessitee waan jirtuuf fi naannoo ishii kan jiraattan kootta itti eebbifamaa!
godhaa

Address

Holeta

Telephone

+251928604838

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa mo'icha wangeelaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category