Qasim sh/nuraa

Qasim sh/nuraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qasim sh/nuraa, Real Estate, Jimma.

30/09/2024
23/07/2024

godhaa!!
IYYAAFANNOO/MAALOO NUUF BARBAADAA
jedhama. Goodina Harargee Bahaa Aanaa Gursum Araddaa muyaddiin ganda Bineensoo bakka jedhamutti dhalatee guddate Abbaa daa'ima sadiiti. Erga manaa bahe otoo hin deebi'in waggaa Afur guutee jira. Gaafa bara 2012 manaa bahee achumaan hafe. Du'e*f jiraateesaa maatiin karaa danda'amu hundaan iyyaafataniis Odeeffannoo waa'eesaa argachuu hindandeenye. Haatiniif Abbaansaa, waa'ee ilmasaanii dhaga'uuf halkaniif guyyaa otoo dhiphatanii jiraanya yaaddoon guutame keessa jiru. Haati manasaas akkasuma. Ijoolleen sadan inni dhiisee deemees waa'ee Abbaasaanii iyyaafataa jiru. Maaloo, warri karaa sooshaal miidiyaa kanaan dhiibbaa uumuu dandeessan; achi buutee Ilma keenyaa akka nuuf iyyaafatiinif deeggarsa lammummaa isin gaafanna.
-
Namni odeeffannoo argattan Karaa LKk. Bilbilaa +251915818298: Hangaatuu Abdulaziiz Obboleettiisaa
+251948121067: Faayoo Abdulaziiz Obboleeytiisaa
+251963849641: Abdulaziiz Hassannuur, Abbaasaatiin nuqunnamuu dandeessu! Maaloo nugargaaraa
-
Dabalataaniis Namni waa'eesaa nudhageessise, bu'aa dadhabbiisaa ni qabaata...🙏

13/05/2024

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qasim sh/nuraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category