Baalee post

Baalee post Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Baalee post, Surveyor, Robe.

17/10/2024

Maal jechuu Kuni?What does it mean?ምንማለት ማለት ነው?
11/05/2024

Maal jechuu Kuni?
What does it mean?
ምንማለት ማለት ነው?

Yeroo Amma kana   nu qunname!Nama jaalladhu malee hin amanin! Mootiin Otoomaa durii Ahmed gara waraanaatti deemuuf jedhe...
17/03/2024

Yeroo Amma kana nu qunname!

Nama jaalladhu malee hin amanin!

Mootiin Otoomaa durii Ahmed gara waraanaatti deemuuf jedhee haadha manaa isaa (mootittii bareedduu) kutaa tokko keessatti balbala itti cufee furtuu balbalichaas hiriyyaa isaa dhiyoo kan ta'e Muusaaf kennee akkas ittiin jedhe, "guyyaa afur booda yoon hin deebi'in, kutaa sana banadhuutii haadha manaa koo fuudhi" jedhee farda isaa irra ba'uun gara dirree waraanaa deeme. Sa'aatii walakkaa booda duubatti galagalee gaafa ilaalu nama duuba isaan dhukkee (awwaara) kaasaa itti fiigu argee dhaabbata.

Gaafa itti dhiyaatu hiriyyaa isaa Muusaadha. "Maaltu si mudate?" jedhee mootichi isa gaafate. Hiriyyaan isaa baay'ee fiiguu isaarraa kan ka'e hafuura ciccitaa baafachaa "furtuu dogoggoraa naaf kennite" jedhee deebiseefi. Mootichis ajaa'ibsiifannaa fi naasuudhaan isa ilaalaa "maal ...?" jedhe.
Hubadhaa, furtuu isaaf kennameen kutaa sana banee haadha manaa mootichaa jalaa fudhachuuf guyyaa afur miti sa'aatii afur illee obsuu hin dandeenye.

Yeroo takka takka nama garaa kooti jettee kan itti dhihaattu, kan waliin nyaattan, gaddaa fi gammachuu kan waliin dabarsitan,... haala eegee si ganuun isaa hin oolu.
Nama hundumaa iyyuu of eeggannoo fi hubannaan waliin jiraadhu malee tasuma hin amanin. Ati isaaniif waan gaarii ooluu dandeessa ta'a, isaan garuu du'a siif hawwuu malu.

Wali yaadun walyaadu!
Waliin nyaachun wal abdatu! Wal qabanne walqaqabanne haajiruunnu!
Galatooma

24/02/2024
Arsenal
16/02/2024

Arsenal

Address

Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baalee post posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category