20/01/2023
Olkaa'an malee olka'anii hin fuudhan
Waan har'a qusannetu jireenya keenya boruuf wabiidha
____________________________________________________________________________________________
Uummanni keenya kallattii gara garaatiin hojjetee galii ni argata, haata'uu malee aadaan qusannaa keenya laafaa waan ta'eef galii argannu seeraan itti gargaaramuun qusachuun waan nama hedduu biratti baratame miti. Kun ammoo waan har'a hojjennee argannu har'uma itti fayyadamuu irraa madda.…
See more
May be an image of text
Send a message to learn more