Dhaalota Mul'ata Fi Fayyaa Qabeessa.Uumuu

Dhaalota Mul'ata Fi Fayyaa Qabeessa.Uumuu dhaalota Mul'ata Fi Fayyaa Qabeessa Visionary genuine and wealth generation

👉baayyen keenya fayyadamuu irratti malee dhiyeessuu irratti hanqina qabna. maamila taana malee waan nu harka jiru dhiyee...
30/03/2022

👉baayyen keenya fayyadamuu irratti malee dhiyeessuu irratti hanqina qabna. maamila taana malee waan nu harka jiru dhiyeessuu irratti hin hirmaannu.
👉of taanee jiraachuu irra nama biraa fakkeessinee jiraachuus filanna/ caalchifanna

23/03/2022

👉 "Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane, wanta namootaaf gochuu dandeenyu gochuufii yoo dhiisne, burqaa gammachuu tokko akka gogsine beekuu qabna."

22/03/2022

Isaan haala koo gaafa ilaalan imimmaanii fi gadda narraa eegaa turan!
Ani Garuu kolfaan booda Koo bareechise, kolfi koo bitaa isaanitti gale,,, akkamitti jedhan!!!! ?
Ammas gaaffii isaanii kanaaf deebiin koo kolfaa fi fuula ifaa ture

YerooYeroon qabeenya gat-jabbeessaYeroo isa darbe:Yeroon inni darbe du'aa jirta ture du'e isa deebi'ee carraa jiraachuu ...
16/03/2022

Yeroo
Yeroon qabeenya gat-jabbeessa
Yeroo isa darbe:
Yeroon inni darbe du'aa jirta ture du'e isa deebi'ee carraa jiraachuu hin qabneedha.
Yeroo isa Ammaa:
Yeroon inni Ammaa jira.
Yoo har'a kunnuunsa dhabee du'e bor deebi'ee hin jiraanneedha.
Yeroo isa dhufu:
Yeroon inni dhufu immoo muca sichi dhalatu isa bor malee har'a kan koo jenee himachuu hin dandeenye.

15/03/2022

MOO'AMEE HIN GALU.

moo'insi jijjiiramaaf ofirratti finciluu irraa dhufa. Hedduun keenya jireenyi maaf nutti ulfaate? jireenyi maaf nutti jijjiirame?jennee deebii hiibboo hin qabne of gaafanna. garuu kan gaafii ta'uu qabu, jireenyi maaf nutti ulfaatee osoo hin taane, nuti maaf jireenyatti salphanne? jireenyi maaf nutti jijjiiramee osoo hin taane nuti maaf of jijjiiruu dadhabne? kan jedhu ta'uu qaba ture.

13/03/2022

Dukkana Keessa Deemee Fuuldura Koof Ifaa Ibsuun Qaba!
Abbaan Fedhes Aaree Boba'u,
Kaayyoon Koo Hin Boora'u.

10/03/2022

✍Namoonni hedduun akkuma isaaniitti si ilaalu, akkuma isaaniittis si madaalu! Haa ta'u malee madaalliin isaanii si miti! Calaqqeema eenyummaa isaaniiti malee.

Ijji cufamte hundi hirriibatti hin jirtu, Ijji banamte hundi argutti hin jirtu. /Every Closed eye is not sleeping and Ev...
10/03/2022

Ijji cufamte hundi hirriibatti hin jirtu,
Ijji banamte hundi argutti hin jirtu.
/Every Closed eye is not sleeping and Every open eye is not seeing

Address

Dagoretti

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaalota Mul'ata Fi Fayyaa Qabeessa.Uumuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dhaalota Mul'ata Fi Fayyaa Qabeessa.Uumuu:

Share

Category