Bontu Getachew

Bontu Getachew Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bontu Getachew, Real Estate, Ethiopia, Parañaque.

22/01/2023
Yaada keenya fedha hafuuratti yoo hidhaane nuuti ilmaan waaqayyooti garuu yaada keenya fedha foonitti yoo hidhaane nuuti...
15/08/2022

Yaada keenya fedha hafuuratti yoo hidhaane nuuti ilmaan waaqayyooti garuu yaada keenya fedha foonitti yoo hidhaane nuuti ilmaan seexanatti fedha keenyaf yaada keenya isaa waaqaratti nutti jireenya bara baraa qabana

15/08/2022

Ani Akka ijoollee abbaa qabne gatte isin Hin dhiisu deebi,e dhufe isini fudhadha jedhe gooftaan yesus dubbatera! Maaranaata yesus dafi kottuu si eegana 🙏🏻🙏🏻

27/07/2022

Waaqayyoo wajjiin jiraachuun akkam gaariidha

03/12/2021

Sababii waaqayyo, jaalala isaa Isa karaa hafuura qulqulluu nuuf kenname , garaa keenya keessatti dhangalaaseef abdiin immoo nu hin yeellasisu
Rom 5:5

28/10/2021

Egaa ani sii wajjiin waanan jiruuf hin sodaatin! Ani waaqayyoo keeti hin na’in! Ani si jabeessa, ani sin gargaaras; irree qajeelumma koo Isa Mirgaatiin ol sin qaba . Isay 41:10

Address

Ethiopia
Parañaque
1711

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bontu Getachew posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category