Zaakir Ibn Abdurahim All_Busaasee

Zaakir Ibn Abdurahim All_Busaasee jimmaa Oromiiyaa

Permanently closed.
=====As wr wb=======_________________________Biiftuu muusiillimaUrgeesiituu jiruuUlaamootaa rabbiiBaareedaan akaakeeDech...
24/08/2021

=====As wr wb=======
_________________________
Biiftuu muusiillima
Urgeesiituu jiruu
Ulaamootaa rabbii
Baareedaan akaakee
Dechee gubbaan jiruu
Abdii isiilaammaa
Daandii sheerrii
Dhiisee keeriitii
Sawaama.

Ulaama,ii jechuun
Miidheesaaa jiiruutii
Baarsiisaa waa lama
Keenaa bakkaa lama
Akiiraaf duuniiyyaa
Nama kabjaamaa
Namnii isaan hordoofee
Numaa jaalataama
Baadhaasaa ilmaa
Nama keenaa
Bakkaa lama
Ulaama,ii keenyaan
Nutuu kabjaama.

Samii gubbaa keessaa
Urjiituu gadiifaa
Deechee gabaa erraa
Ullaama,iitu ifa
Kan rabbiin bareechee
Kan wan hundaaf ifa
Kanfuu musiilimnii
Jara kabjaachuu
Namnii jaaraa hordoofee
Miilka,ee biiyyaa lachuu.

Yaa rabbii nuf keenii
Womaa jaalaatamaa
Ulamaa,iin rabbii
Numa kabjaamaa.

Zaakir Ibn Abdurahim All_Busaasee

17/08/2021

Sooraa jireenyaa

17/08/2021

Urjii

Jaarachuuf obsi Murteesadhaa
17/08/2021

Jaarachuuf obsi Murteesadhaa

jimmaa

Nama cimaa jeechuun nama nama hinjiifaateedhaa garuu nama bayyee cimmaa jeechuun nama of hinjiifaatedhaa
17/08/2021

Nama cimaa jeechuun nama nama hinjiifaateedhaa garuu nama bayyee cimmaa jeechuun nama of hinjiifaatedhaa

jimmaa

Wan garii hawaan hojaachuu ciimiinaa
17/08/2021

Wan garii hawaan hojaachuu ciimiinaa

jimmaa

Address

Riyadh

Telephone

+966531817465

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zaakir Ibn Abdurahim All_Busaasee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category