Qeerroo macharaa

Qeerroo macharaa wajji Haa turruu Oromiyaa

Bilbila hin beekamne irraa bilbilli yeroo siif bilbilamu, appii hundarra gaarii ta'e kanaan maqaa fi suuraa nama bilbile...
22/05/2026

Bilbila hin beekamne irraa bilbilli yeroo siif bilbilamu, appii hundarra gaarii ta'e kanaan maqaa fi suuraa nama bilbilee sitti agarsiisu, akkasumas iddoo bilbilli irraa bilbilame kan sitti agarsiisu. buufadhaa fayyadamaa.
✅DOWNLOAD_APP✅
👇👇👇

Caller ID Name and LocationBy Admin6 / February 14, 2025 True Id Caller Name & Location, Identify any unknown incoming & outgoing call. Stay informed and safe with Caller ID & Number Locator, a powerful tool designed to identify unknown callers and provide insights about incoming calls. This app com...

06/05/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Efrem Olana, Leellisa Amin Leellisa Amine

16/01/2026

Mee Du’aa’iin Siif Godhaa Harka Kee Ol Qabii Aamiin Ja’i
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Bismillaahi Asslaatu Wassalaamu Alaa Rasuulillaahi Sallallaahu Aleeyhi Wasallam

Rabbiin Guddaan Balbala Sharrii Hunda Isinirraa Haa Cufu
Balbala Kheeyrii Hunda isii Rabbi isiniif Haa Banu
kheeyrii Addunyaa fii Aakhiraa walitti Isiniif Haa qabu
Waan Isin Jalaa fagaatte Hunda Isiniif Haa dhiheeysu
Waan isinitti jabaatte hunda isiniif haa laaffisu
Waan Isin jalaa badde Hunda Rabbi Isiniif Haa Mullisuu

Hamtuu Teessan Hunda toltutti Isiniif Haa jijjiiru
Waan dhooysitanii balleessitan Rabbi Isiniif haa araaramu
Eeybii Teessan hunda rabbi Isin haa sattaru
Yaadaa fii Muraada Keessan Hunda rabbi isiniif haa guutu
Addunyatti Jiruu Gaarii Aakhiratti Jannataan Isin Haa Badhaasu

Kan hin fuudhin rabbi jaartii gaarii Haa kennuuf
Tan Hin Heerumin Rabbiin jaarsa gaarii Isiif haa kennu
Warra ilmoo dhabe ilmaaniin isaan Haa Gammachiisu
Warra dhale ilmaan isaanii rabbi Haa Qaceelchuuf
Haadhaaf abbaa Keenya rabbi Umrii isaan Haa Dheereessu
Warra du’e hunda rabbi Rahmata haa godhuuf
Jannata isaatiin Rabbi isaan Haa gammachiisu

Rabbi waan Isa kadhanne Hunda Nuuf Haa qeebalu
Tan Nuti irrisne Rabbi itti nuuf haa guutu

Bihaqqi Subahaana Rabbika, Rabbil Izzati Ammaa Yasifuun, Wasalaamun Alal Mursaliin, Wal Hamdulillaahi Rabbil Aalamiin.

Du’aa’ii tana eega Aamiin Jettan booda share waliif Godhaa.

By: Ibsaa Dhugaa

https://t.me/ibsaadhuga

Ammiin Ammiin
10/12/2024

Ammiin Ammiin

20/11/2023

Address

Saaniiahmed476@gmail. Com
Riyadh
12

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo macharaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Qeerroo macharaa:

Share

Category