Shaaroo Diittaa

Shaaroo Diittaa tik tok
Artist shaaroo Diittaa
youtu.be

Duraa kee ilaali
24/06/2025

Duraa kee ilaali

Saree sitii dutee mali gotaa?
05/10/2024

Saree sitii dutee mali gotaa?

05/10/2024

25/06/2024
 Seenaa baay'ee nama hawwatuudha dubbisaa.Dubartii tokkotu mana raabsaa foonii keessa hojjetta ture. Guyyaa tokko gaafa ...
19/12/2023



Seenaa baay'ee nama hawwatuudha dubbisaa.

Dubartii tokkotu mana raabsaa foonii keessa hojjetta ture. Guyyaa tokko gaafa hojiishee xumurtee jettu, kutaa foon diilalleessu ykn mana firiijii seente achiin booda akka tasaa balballi firiijii osoo isheen keessa jirtuu itti cufame kuticha keessas ishee qofatu ture.

Iyya guddaadhaan iyyuu eegalte balbalichas reebuu eegalte,garuu iyya ishee namni dhagahuuf naannoo sana hin turre. Hojjettoonni hundi gara manaatti galaniiru bakkee ta'aniis sagalee keessa jiru dhagahuun hin danda'amu.

Sa'atii 5 ega achi keessa turtee booda du'aaf jireenya gidduu taate, waardiyyaan warshaa foonii sanaas dhufee balbalicha irraatii bane, waan nama dinquu lubbuun ishees du'a irraa baraaramte.

Sa'atii muraasa booda waardiyyichaan "akkamiin dhuftee balbala kana narraa banuu dandeesse garuu?" Jettee gaafatteen.

Waardiyyichis deebisee akkas jedheen "waggaa 35'f warshaa foonii kana keessa hojjedheera hojjettoonni hedduus ba'anii hin galu garuu si qofa kan gaafa ganama ganama dhuftu nagaa na gaafattee gaafa galgala baatu ammoo nagaa natti dhaamtee kan deemtu. Namni baay'een akkuma wantan jiruuttillee hin lakkaa'ani.

Har'a ganama gaafa dhufte akkuma guyyaa kaanii "akkam jirta" naan jettee darbite. Garuu galgala kana sagalee kee "nagaan bulaa bor wal agarra" jettu hin dhageenye.Tarii lafa hojii yoo jiraatte jedheen deemee sii ilaaluufis nan murteesse.

Anis akkuma warra kaanii nama ta'uukoo wanta na yaadachiisuuf Yeroo hundaa "akkam" fi "nagaatti" isheeti naan jettu nan eega. Kanas sirraa dhaga'uu dhabuu kootiin rakkoon akka jiru nan hubadhe. Kanaafan
iddoo hunda si barbaadee asitti si argee balbala sirraatii bane".

Ergasii imimmaan ishee lakkuu lolaasaa itti marmitee waan du'a irraa na oolchiteef galatoomi jetteeni.

Argitanii ilaalcha gaarii fi kabaja namaaf laachuun hammam akka bu'aa qabu?

Ilaalcha gaarii namaaf qabaachuun abbuumaaf tola.
Galatoomaa!

Oromoo diini Kenya iciiti isaa Akkaa udaani Adurreeti dhoyfaatee Kichuu Kenya   jiraa Jaaldeessa Garra jiruu Bishanii hi...
28/07/2023

Oromoo diini Kenya iciiti isaa
Akkaa udaani Adurreeti dhoyfaatee
Kichuu Kenya jiraa
Jaaldeessa Garra jiruu Bishanii hin Taliilaayu

Naghan kotuu Mikaail Sheka
13/07/2023

Naghan kotuu
Mikaail Sheka

Address

Riyadh

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaaroo Diittaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category