Goota Sanyii Oromoo

Goota Sanyii Oromoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Goota Sanyii Oromoo, Real Estate, United state, Atlanta, GA.

12/31/2024

Nama Harree Tahee Sitti Dhufe, Farda Tahii Ofirra Dhiiti!

Ka'een Goota FaarsaGoota Oromoon Dhalche.Kan Najjoodhaa Ka'eeDiina Iddootti Galche.Goota uffata halkaniin Mana hidhaati ...
09/04/2023

Ka'een Goota Faarsa
Goota Oromoon Dhalche.
Kan Najjoodhaa Ka'ee
Diina Iddootti Galche.

Goota uffata halkaniin
Mana hidhaati ba'e.
Diina yeroo sanaaf ibiddaa
Saafaa ta'e.

Oromoon duruu goota inni
Kan kee garuu adda.
Uummata Oromoo biraa
Qabda seenaa addaa.

Kan hin irraanfanne
Injifannoo seenaa
Nama sabaa isaaf
Tahe SIrbuu seenaa
Galatoomi Jennaa!
.............

07/28/2023

Whose turn is it tomorrow ?

Bless the World
You dragged him to the ground,
Usumayyoo Musa
You have suffered in prison,
Life of Grace
Give it to the beast,
Joseph is happy
Slaughter and eat,
Those who are not satisfied with blood
You deployed us,
Hairstyles for curly hair
Blood going up-You watered the Fox!
Our scholar for Kichuu
Cut the roots of the latu,
And today my soup
She butte between us !
Speak up Finn
O you who eat the strong,
And who is Bor
Which you give to death ?
We have destroyed justice
We don’t suddenly give up on purpose,
Whose turn it is tomorrow
Shall we sit and wait for you ?”

07/28/2023
05/22/2023

Ilaalcha Nafxanyaan Oromoof Qabdu Mee Hubadhaa!

"Ani Oromoo Hospitaala Ambaasa Gurraacharraa Doktara ta'ee eebbifamee hojjetu argurraa, yoon hojii koo dhiisee naaf wayya."
Piroofeesar Asraat Woldeus (1965) .
--------

"Afaan Oromoo manneen barnootaa Finfinnee keessatti yoo sirbamee fi barsiifamee du'uu naaf wayya."
Doktar Sisaay Mengste (2014)
---------

"Naannoo Oromiyaa keessatti luboonni Oromoo yoo muudaman aangoo nan gadhiisa."
Abune Petros (Caamsaa 10/2015)

"አንድ የኦሮሞ ተወላጅ ከጥቁር አምበሳ ሆስፒታል በዶክተርነት ተመርቆ ከማይ እኔ ስራየን ብለቅ እመርጣለሁ"
ፕሮፌሰር አስራት ወልደየስ (1965)
-------

"አፋን ኦሮሞ አዲስ አበባ ባሉ ትምህርት ቤቶች ውስጥ ተዘምሮበትና ማስተማሪያ ሁኖ ከማይ ሞቴን እመርጣለሁ"
ዶክተር ሲሳይ መንግስቴ (2014)
---------

"በኦሮሚያ ክልል ኦሮሞ ጳጳሳት ከተሾሙ እኔ ሥልጣኔን እለቃለሁ::"
አቡነ ጴጥሮስ (ግንቦት 10/2015)

 ❗️ OROMOON ILMAAN LAMA(2) DHALE.A. BOORANAA FI B. BAARENTUU     A. Booranni Ilmaan 12 dhaleIsaanis;-    1. Wallagga    ...
05/03/2023

❗️
OROMOON ILMAAN LAMA(2) DHALE.
A. BOORANAA FI
B. BAARENTUU
A. Booranni Ilmaan 12 dhale
Isaanis;-
1. Wallagga
2-Callabba
3-Goree
4-Goofaa
5-Sidaamoo
6-Arii
7-Dacee
8-Garrii
9-Guraa
10-Giriirraa
11-Naayroobii fi
12-Gujii

B. Barentuun Ilmaan 5 dhale
1. xummuungaa
2-murawwaa
3-karrayyuu
4-Hunbanna
5-Qal’oo

Xummuungaan Ilmaan 3 dhale
1-Arsii
2-Asoosaa
3-Hawaasaa

Murawwaan 1 dhale
Innis:- Ituudha jedhama

Ituun 10 dhale isaanis:-
1-waatee
2-Gaamo
3-Baayee
4-Galaan
5-Addaayyo
6-Baabbo
7-Waaree
8-Algaa
9-Gaaddullaa
10-Elellee

Karrayyuun Barentuu
Ilmaan 12 dhale
1-Dullacha
2-Abbichuu
3-Gonbichuu
4-sayyuu
5-Oboo
6-Oborii
7-Jiillee
8-Bullaalla
9-Mucee
10-Galaan
11-Salaalee
12-Walloo

Hunbannaan Ilma 1 dhale
Innis:- Anniyya jedhama
Anniyya ilmaan 7 dhale

1-Malkaa
2-Baabboo
3-Dinbii
4-Baaduu (biduuu)
5-muci
6-Naannaa'a
7-kudheedhee

Qallo ilmaan 4 dhale
1-Ala
2-Daga
3-Oborraa
4-Baabbile

Ala ilmaan 12 dhale
1-Abbayi
2-Nuunnu
3-kaaku
4-Buubbu
5-Diiramu
6-Abbaadho
7-Goollo
8-Eeri
9-Utayyu
10-Galaan
11-Meettaa
12-Arroojji

Daga ilmaan 3 dhale
1-Noolee
2-Jaarsoo
3-Huume

Oborraan 3 dhale
1-Akkichu
2-bil'I
3-Dooranii

Baabbile 3 dhale
1-Gantuub
2-Hawiyyaa
3-Hawaasilee

Arsiin 2 dhale
1-sikkoo
2-mandoo

sikko ilmaan 5 dhale
1-Bullaalla
2-Wucaale
3-wooji
4-Jaawwi
5-Ilaannii

Mando 7 dhale
1-Raayituu (Raa'idoo)
2-Hawaxxuu
3-Karaara
4-karrayyuu
5-Meettaa
6-Arroojii
7-Garjeeda

Akkichuu Oborraa ilma 2 dhale
1-dhaayi
2-biliidaa

Dhaayi 3 dhale
1-Dukkoo
2-Kooyee
3-Allaatayya

Billiidaan 3 dhale
1-Godaanaa
2-busaa
3-Allaa

Gujiin Boorana 3 dhale
1-Hookkuu
2-Uraagaa
3-Matii (maatii)

Hookkuun 7dhale
1-Galalcha
2-Oborraa
3-Michille
4-Heeraa
5-Bundhituu
6-Kinnoo
7-Baallaa

Uraagaan 6 dhale
1-Goolloo
2-Hallaa'oo
3-Agantuu
4-Daraartuu
5-Sarboortuu
6-Waajituu

Maatiin 3 dhale
1-Hirqaantuu
2-Linsoolee
3-Hundee

Dogoggorri yoo jiraate na oofkalchaa; iddoo dogoggoraa natti himaa!
Maddi:- kitaaba seenaa irraati.

Address

United State
Atlanta, GA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Goota Sanyii Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category