Abdurahman.M.Hassan

Abdurahman.M.Hassan Abdurahman.M.Hassan

11/22/2022
11/22/2022

Hoogganootni Tigraay waayee marii nagaa yeroo duraaf uummata isaaniitti maal himan?
***
Marii araaraa aanga'oota Tigraayifi mootummaa Itoophiyaa ilaalchisee bakka buutotni marichaa miidiyaa naannichaan uummata Tigraayiif ibsa bala'aa yeroo duraaf kennaniin ''uummata baraaruuf waraana dhaabuu feene'' jedhan.
Janaraal Tsaadiqaan Gabratinsaa'ee mariin nagaa kun ulaagaa marii nagaa idila addunyaa baratamerraa kan maqe ture jedhan.
Mootummaan Itoophiyaa magaalaa Maqalee to'achuun ''bu'aa marii kanaa jijjiiruuf yaalii hin milkoofne godheera'' jedhan.
https://bbc.in/3GzvJUP

Address

Qeerrroo@gmail. Com
Minneapolis, MN
55454

Telephone

+19526936512

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdurahman.M.Hassan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category