11/20/2021
Lammiin_lammiif_Gaaddisa
As wr wb akkam jirtan ilmaan oromoo dhiiraa dhalaan nageenyi Rabbii sin bira ha jiraatu.
mucaan suraa isaa asii gaditti argitan kun JEDHAMA.dhalataa yoo ta,uu dhukkubsate magaalaa Finfinnee keessatti waan godhameeruuf lammiin koo,ijoolleen biyya, hundi keessan na bira dhaabbadhaa siniin jedha
Akkasumas Rabbiin akka na fayyisu du,aa naaf godhaa siniin jedheera.bakki inni itti argamu Mootummaa kiloo 6tt argama.