Oromia Media Technology Sagalee

Oromia Media Technology Sagalee Studoi Oromia Media technology Bagaa dhuftaan Akkasumasi Media keenyaa Sagalee Ummaatati Kotaa Wolin

Karaa gabaabaa furtuu kompitaraa fi mala haaraa dhaabbata kompitaraa NECI          … See more
07/13/2025

Karaa gabaabaa furtuu kompitaraa fi mala haaraa dhaabbata kompitaraa NECI … See more

Chaayinaan fageenya lafaa fi addeessa gidduu jiru of dandeessee teeknooloojii laser fayyadamuun yeroo jalqabaaf, sa’aati...
07/12/2025

Chaayinaan fageenya lafaa fi addeessa gidduu jiru of dandeessee teeknooloojii laser fayyadamuun yeroo jalqabaaf, sa’aatii guyyaa ifaatti, addunyaa jalqabaati. Akka Space dot com jedhutti, saayintistoonni Chaayinaa milkaa’inaan teleskoppii meetira 1.2 qabu irraa leezarii Yunnaan Observatories irraa ari’uun, saatalaayitii Tiandu-1, kan ji’a keessa jiru irraa ari’an. Kun qormaata laseriin milkaa’e kan jalqabaa kan kooridarii lafa ji’aa keessatti yeroo guyyaa, rakkoo ittisa dhibee gidduu seentummaa soolaarii irra aanuun mallattoon isaa akka deebi’u gochuudha.

Boqonnaan safara fageenya laaqanaa 24/7’f eeyyama, kun gara fuulduraatti baala guddaa ta’e bakka gadi fageenyaatiif. Ga’umsi kun Chaayinaan walabummaa guutuu kan kennu madda daataa alaa hordoffii laaqanaa irraa fi ergama ji’a dhufaa jirtu kan cimsu yoo ta’u, dabalataanis buufata qorannoo laaqanaa idil-addunyaa Raashiyaa waliin ta’uun karoorfame.

Teeknooloojichi kan hojjetu puulsii leezarii gara addeessaatti erguun fi yeroo ifaan deebi’uuf fudhatu safaruun. Kun saayintistoonni fageenya lafaa-ji’aa sadarkaa millimeter-leculate akka godhan godha. Milka’ina qormaata guyyaa kanaa jechuun Chaayinaan amma madaalliiwwan kanneen haala mijataa fi amansiisaa ta’een raawwachuu dandeessi, waan hunda deeggaruun aangoo saatalaayitii irraa gara fuulduraatti gareewwan lunariin lafa qabsiisan.

03/04/2025
04/10/2024

Bara dhufaa darbaa keenya boyichaa silaa 😭😭

Atillee obbaafattetta
Dhiphinaafi gidiraa
Kabajaan dhaqxee teessa
Gootota akka kee bira!
Lubbuun kee qulqullittiin
Yoo bakka dhugaa geessu
Gidiraa dachee Oromoo
Hin agartu - hin dhageessu!

Ajjeechaatti shaakallee
Du’aa - kolfuutti kaane
Ofiif boonya Battee koo
Kan warra ‘araamuu’ taane!
Ganama ‘RIP’ jenna
Galgala sirbi jenna!
Qaaliin nu keessaa harca’e
Qe’een onaa nu ta’e…
Bullee dhugaa hin gaafannu
Duunee gumaa hin baafannu!

Atillee haara-galfatta
Bakka dhugaa dhaabattee
Kan bor waan taanu hin beekne
Ofiif boonya yaa Battee!

04/06/2024

Yakkamtoota barbaadaman
~
1, Kaffiyaaloo Tufaa Yaadetaa
Teessoo
Finfinnee Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Laaftoo Jamoo 2ffaa (Koondominiyeemii)
Lak. Bilbilaa 0911267335/0929078503

2, Urgeessaa Tuujjoo
Tesssoo Finfinnee Galaan
Lak. bilbilaa 0913389617

3, Gadaa Birmajjii (maqaa Feecbook) Ayyaansaa Hirkoo.
Bakki dhalootaa Shawaa lixaa.
Teessoo Buraayyuu
Lak. 091220473

4, Abbichuu Nagaasaa
TeessooFinfinnee Sulultaa
(Dandi Studio)
lak. bilbilaa 091 327 0202

5, Nagaa Jaallataa
maqaan isaa sirrii Nagaraa Jaallataa
Hojjetaa bankii hojii gamta Oromiyaati.
Teessoo Boolee buufata Xiyyaaraa baankii Seensa irra jiru keessa hojjata.
Majilisa Oromiyaa የኦሮምያ መጅሊስ Oromia majlis
Share godhaa

maddi Odeeffannoo Daraartuu Tulluu

Innaa lillaahi wa innaa ileyhi Raaji'uun! Guyyaa arraan tanaa Pharmacy fi Library islaamaa guddaa dhabne😭😭 Dr. Sheikh Al...
03/08/2024

Innaa lillaahi wa innaa ileyhi Raaji'uun!
Guyyaa arraan tanaa Pharmacy fi Library islaamaa guddaa dhabne😭😭

Dr. Sheikh Ali Shune Pharmacist addunyaan qabdu keeysaa nama cimaa turan.
Akkasuma Biyyaa baqatumaa keessatii namaa Hawasaa isaa gargaraa turee keessaa namaa tokkoo.
Yaa Sheikh Ali Shune Rabbiin Rahmata isiniif haa godhu! Maatii fi firoottan keeyssaniif Rabbiin Sabrii fi imaana haa kennuuf!
Duuti aalima musiibaa guddaa bakka bu'aa hin qabne,
Ulamaa'iin Ifaa Addunyaatii Godaanssii Isaanii Dukkana Duniyaati, Ulamaa'iin Mi'eessitu jiruuti. Isaaniin Malee Jiruun akka nyaata Soogidda hin qabneeti.
ULAMAAN dachii tana irraa dhabamuun Alaamaa (Mallattoo) qiyaamaati, Library Islaamaatu jige, Rabbiin bakka nuuf haa buusu!

Sheikha Keenyaf Rabbiin Rahmata ha godhu!

Alamdulilaah Yaa Rabbii
03/05/2024

Alamdulilaah Yaa Rabbii

02/22/2024

GORSA GABAABAA

1. Hin yaadin akka malee!

2. Hin aarin obsi malee!

3. Hin abaarin gorsi malee!

4. Hin boo'in kolfi malee!

5. Hin jarjarin hubadhu malee!

6. Hin jaallatin qorattu malee!

7. Hin amanin jaaladhu malee!

8. Hin jibbin sababa malee!

9. Hin barreessin beektu malee!

10. Hin odeessin argitu malee!

11. Hin sodaatin dubbadhu malee!

12. Hin sobin dhugaa malee!

13. Hin taa'in hojjedhu malee!

14. Hin dhabin argadhu malee!

15. Dubbiftee hin dhiisin share gootu malee!

Waa'ee kalaqa qubee Afaan Oromoo haaraan wal qabatee akka Mastar Hassen jedhetti, dhimmi kun waan adeemsa qorannoo irra ...
02/01/2024

Waa'ee kalaqa qubee Afaan Oromoo haaraan wal qabatee akka Mastar Hassen jedhetti, dhimmi kun waan adeemsa qorannoo irra jirudha malee waan hojiirra oole miti. Akkanni jedhetti waggaa 19 dura waa'ee kalaqa Qubee haaraa kana eegalee qorannoof Dirree Dawaa University fi Wallaggaa University akka galche dubbate. Yuunivarsiitiilee 18 jiran irrattis qorannoo adeemsifamee yaada isaa irratti hayyoonni Afaanii akka qoratan gochuuf ture. Yaada isaa kanammoo hayyoonni Afaanii yookiin kufaa taasisu yookiin irratti walii galuu malu. Dhugaa dubbachuuf an hayyoota Oromoo keessaa namni akkaan hordofu keessaa Master Hassan isa tokkodha. Namni kun qorannoo waa'ee Oromoon wal qabatu kamuu yoo dhiyeesse ga'umsa ni qaba. Kan kuffisuuf itti fufsisu ammoo hayyoota Afaaniiti. Kanaaf dadhabbii namaatti bishaan naqu garuu maal akka ta'eetu naaf hingalle.

Address

Washington D.C., DC

Telephone

+201126186781

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Media Technology Sagalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Media Technology Sagalee:

Share

Category