08/10/2024
Paayilatii Somaaliyaa biyyasaa boombiin akka haleelu ajajame.
Filannoo lamatu kennameef: tokko paayilatoota biroo wajjin magaalawwan boombiidhaan haleeluu, ykn ajaja kana diduun itti dhukaafamee du’uu.
Paayileetiin Ahimad Mohaammad Hasan waggootaan booda haala yeroos ture dubbata.
https://bbc.in/47YPIb4