02/17/2023
Naaf Dirmadhaa!!
Nama gargaaruf Nama tahuun gahaa dha!!
Ilma namaa kan tahee Hunduu yaa rabbii na fayyisii jedha malee na dhukubsii hin jedhuu!!
----------------------------------------------------------------
Dubartii Surraa armaan gadi iratti argitan Ahmad Jedhamti Iddoon Dhaloota Godina Harargee Lixaa Aanaa Gammachiis Araddaa Rukkeelee Harabaafanoo Yoommuu taatu. Jirru fi jireenya ishee fooyefachuf dubartii carraaqa tu fi Cimtuu tahuu isheetin Finfinnee ,Bulbulaa Ganda Abbaa Shaame kan jiraatuu fi Haadha Ilmaan 5(Shanii) yoommuu taatu Dhukkuba Kalee tin dhibamtee Hospitaala Xiqur-anbassaatti waggaa sadiif yaalamaa kan turtee fi yeroo amaa humna hospitaala ol waan taheef gara biyya alaa deemte akka wal'aansa argatuu Boordiin Malateese riifar waan jedheef Baasii yaala isheef barbaachisu Doolaara kuma Shantamaa ($50,000) waan gaafatmteef humna baasi kana baafte walaanamtun waan hin qabneef Lammii koo na dha qabaa Ilmaan koof Lubbu na baraara jechuun isinitti waan iyateef isinis Waanuma dandeessaniin Dirmadhaaf!!
Lakk herrega Baankii suraa armaan gadii waliin jiira.
Sharee sheer waliif godha