Kebede Dube

Kebede Dube The truth will never fail!

Some of my colleagues had birthdays yesterday! I wish them a long and fruitful life πŸŽ‚ πŸŽ‚ πŸ₯³
29/05/2026

Some of my colleagues had birthdays yesterday! I wish them a long and fruitful life πŸŽ‚ πŸŽ‚ πŸ₯³

Waaqi si maaru πŸ™ 🀲
19/05/2026

Waaqi si maaru πŸ™ 🀲


Dhuguma Barsiisaa fi Haati Namaa Tokkuma!!!!! Haati xurii daa'imummaa fi ijoollummaa namarraa qulleessitee nama nama gooti; Barsiisaan xurii doofummaa fi wollaalchaa namarraa dhiqee hayyuu nama godha!

nama Anaa fi dhaloota akka kiyyaa kumaatama hedduu oomishee biyya tanaaf gumaachee fi woggaa dheeraaf Lammiin kamiiyyuu barnootaan ala akka hin jiraanneef barattootaa fi maatii barattootaa irratti miilaan bira deemaa dhiibbaa jijjiiramaa dansaa nama dachee Hamballaatii fi Ardaa Gujii guutuu keessatti fidaa turaniidha.

Amma Hayyuun guddaan kun sababa kalattiin (kaleen) lamaanuu duraa miidhamteef, yaalaaf qarshii mil.4.5 isaan barbaachisa. hafuu qaba, iyya birmannaa Lubbuu baraaruu kana nami nama teetan hundi birmadhaaf! Horaa Bulaa!
Baankii Daldala Itoophiyaa
(CBE = 1000767407746 ) Maqaa = Danbob, Eliyas & Morkata

Waaqa Abbaa! Torbaan haareyaa kanaaf; guyyaa wiixataa nuuf kenniteef galatoomi! Gooftummaa keeti guyyaa kanaaf guyyoota ...
11/05/2026

Waaqa Abbaa! Torbaan haareyaa kanaaf; guyyaa wiixataa nuuf kenniteef galatoomi! Gooftummaa keeti guyyaa kanaaf guyyoota dhufanuttille hin himna.

Marree! Ee Gooftaa Waaqa keenna, torbaan kanaaf baroota dhufanuttille, warra nu morman mormi. Worra kaayyoo keenna lolu loli. Ati Jehovah dha; lolaa hammaataa, dura nuuf dhaabbadhu. Gaachanaa fi wontee nuuf te'i. Akka lolaa hunnaamessaatti nuuf ka'i. Worra nu ari’an hundatti eeboo keeti ol kaasi, karaa itti cufi, ammalle afuura keennatti akkas jedhi: 'Ani fayyina keessani' nuun jedhi. Hidhaa dhokataa hunda kuti. Mormii hin mudhanne hunda balleessi. Nama, hafuura hunda, humna sababa malee nu lolu hunda amma haa badan. Sodaan naannoo isaaniitti haa marsu.
Ati Gooftaa! Worra si sodaatan nu godhi. Araarrikeetii fi arjoomi keeti bara baraan worra si sodaatan hin eega! Far. 35

Ati nuuf loli. Ameen

I AM calling on the God of David, the God who fights battles I cannot see. So I don't stay silent. I Open my mouth. Pray...
10/05/2026

I AM calling on the God of David, the God who fights battles I cannot see. So I don't stay silent. I Open my mouth. Pray with authority. Pray like my life depends on it.

Oh Lord, my God, contend with those who contend with me. Fight against those who fight against my destiny. Stand up for me, Jehovah Giver, the mighty Man of War. Take hold of shield and buckler. Rise up as my divine defender. Lift your spear and block the path of every enemy pursuing me, and speak to my soul right now: 'I am your salvation.'

Father, You see what nobody else sees. You see the silent battles. You see the tears I hide. You see the pressure I carry. You see the spiritual attacks that don't have names.
So today, Lord, step into my situation. Interrupt every evil cycle. Break every hidden chain. Destroy every unseen opposition. Every person, every spirit, every force that is fighting me without causeβ€”let them be put to shame now. Let confusion locate them. Let fear enter their camp. Let every plan they created in darkness collapse in the light of Your power.
Lord, according to Psalm 35, let the angel of the Lord pursue them. Let divine wind scatter them like dust. Let their path become dark and slippery. Let them fall suddenly. Let their own traps catch them. Every pit dug for me, turn it back! Every arrow sent to destroy me, go back to the sender in the mighty name of Jesus.
Every attack on my mind, every attack on my peace, every attack on my finances, every attack on my health, every attack on my calling I refuse to be overwhelmed. I refuse to be delayed. I refuse to be destroyed.

Father, they hated me without reason. They spoke against me without truth. They gathered against me without cause. Even when I prayed for them, even when I showed love, even when I stayed silent, they still fought me.

But today, You fight for me. 🀲 🀲 🀲

Muka jiru'uu irraa midhaan nyaatiisaa fi karaa karraatiin gara qachaa sanii seeniisaaf, akka haqa qabaatu, worri woyaa i...
09/05/2026

Muka jiru'uu irraa midhaan nyaatiisaa fi karaa karraatiin gara qachaa sanii seeniisaaf, akka haqa qabaatu, worri woyaa ifii dhiqatu ka badhaadhe.
Mudhii Yohaannisii 22:14

HBD TO ME πŸŽ‚ πŸ₯³

30/04/2026

Fear the era in which God does not speak; but, the knowledge, and the decisions of human beings that inherit and lead this world!!!!.
Who seeks the Voice of God??

  the day I came to this world to yet, it's only God who never given up on me. Through my passes I have seen thousands o...
21/04/2026

the day I came to this world to yet, it's only God who never given up on me. Through my passes I have seen thousands of ups and downs and only his grace and mercy brought me here. promised to be with me forever, but disappointed me, disappeared and forgotten me. For God's mercy, I lack words to express his mighty, power and protection he has been making for me

let my deepest thank address his throne from the bottom of my heart ❀️ amen πŸ™

18/04/2026

amala Kiristoos qabu. Nami gaafa amala geggeessumma'aa qabaatu, nama miidhuurra miidhama namaattuu isa dhiphisa; boqonnaa dhaba. Ilaalchi namootaaf yaaduu isa keessatti guddate ammoo akka inni osoo hin jaallatin geggeessummaa keessa seenu isa godha. Guyyaa san, rakkinni namoota inni geggeessutti dhufuuf malu dursee isarratti foorfata. Inni namoota woliin hojjata male namoota hojjachiisee bu'aa hin nyaatu.

afaan fakkanuu miti jechuu kiyya. Namooti isa ilaalan, hin hordofan, akkasuma irraa baratan. amala Kiristoos qabu qabaata. Kun amala geggeessaa dhuga'aati.

bulchaa ykn manger taatu, ajajjee waan hojjatame report eeggatta. Nami siif hojjatu boolla bu'emoo, miidhamemoo waan fedhe yoo te'eeyyuu yeroo ati barbaade adoo hin dabarsin akkanni gabaasa siif dhiyeessu barbaadda.

Leadership ammoo jireenna dhuunfaatiifille barbaachisa
Viral Gemechu Dube Boneya

~Waa'een uummata isaa, miidhamuun isaanii, dadhabuufi garbumaan jiraachuun isaanii isatti dhage'ama!   rakkinnaa, hiyyum...
17/04/2026

~Waa'een uummata isaa, miidhamuun isaanii, dadhabuufi garbumaan jiraachuun isaanii isatti dhage'ama!
rakkinnaa, hiyyummaa, beelaa, salphinnaa, daaraa fi tuffatamuutti hin guddanne! Daa'ima harma hodhurraa jalqabee mana mootiitti ga'oome.
hundi isaaf mijata. Garuu, akkamiin uumati rakkatuuf miidhamu sun sanyii isaa te'uu beeke? Akkamiin miidhamuun sabasaa hiiriiba isarraa balleese.
tokko nama biyya gibxii ijjeese. biraa waan dhabeef ammoo -harka dhiigaatiin baqatee hoolee Yetroo tiksuu itti fufe._(Muusee)

namaa balleessee, baqatee mana namaa jira. Waaqayyo ammoo, itti mudhate. Harka isaa dhiigaan bade dhiqeef. Sabaaf sababa ooluu isaanii isa godhe.
namummaan namaa yoo dadhabeeyyuu Waaqayyo dhaloota qalbiin isaanii jaalala fannoo kiristoosiitti hidhamte, garuu waan gaarii yaadan akka hin gooneef cubbuuf yaadi keessa isaanii isaan ari'atuuf ammayyuu yeroo bafamaa qaba.

!

tewoflos

Address

Addis Ababa
10000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kebede Dube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share